Roobsan Page

Roobsan Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Roobsan Page, Education Website, Addis Ababa.

20/11/2024

La reconnaissance merci 🙏 Son Excellence mr le président 🥰🥰

Un pont vers la prospérité 🇬🇳 20-40 💪💪
Kallo Holding Fashion
esprit jeune 🙏

19/11/2024

Forx 😂😂

30/03/2024

Sagalee waamichaa Ustaaz Raayyaa isaa Nama Afeeruuf

🪻700735 -- Addunyaan gaaddisa jala teessee kaatuu gabaabaadha yeroo dheeraa nama hin baatuu
🪻700736 -- Aduun Arra maayilii miliyoonaan fagaatu gaafas mataa namaa taakkuutti dhiyaatu
🪻700737 -- Baayina hoomacha baahriirraa taanaanii
🪻700738 -- Duniyaas Aangoos Rabbiin abbaa fedheef laata
🪻700739 -- Faaruun keeti yaa Rabbi yaa Mowlaa Arjoomni kee waa hunda caalaa
🪻700740 -- Garuu ilmi namaa akka itti waa dagatu gaafuma akka carraa sadarkaa argatu kaleessa bakka irra asdabre hin yaadatu
🪻700741 -- Gooftaa Islaamummaa qalbiirra nuu kaa'e Rahmatasaa keesaa toohidaan nu faayee
🪻700742 -- Islaamummaa Rabbiin tiysee arraan g*e
🪻700743 -- Jiruun Biyya duniyaa namuuttin gowwoomuu
🪻700744 -- Namni Iimaana qabuu Obsaan tarkaanfataa Martuu murtii Rabbii tahuusaa hubata
🪻700745 --- Nuti ummannii Rabbiin tokkichatti amannuu biyya duniyaa yeroo dheera irran jiraannu carraadha dabarraan deebinee hin argannuu
🪻700746 --- Qabaachuuniis dhabuun lachuu niulfaata Qormaanni quufaa kan beelaarra hammaata
🪻700747 --- Rabbi isii haqabuu jallisaafi jallaa
🪻700748 --- Rabbi nun godhin warra of dagatee nama waan uumameef wallaalee salphate
🪻700749 --- Uumaan ilma namaa faabrikkaan tokkicha hunda Abbaan Aadam
🪻700750 -- Qalbii muumintootaa towbaatu xahaara
🪻700751 -- Yaa Gooftaa kalqite duaa fi Jireenyaa Rahmata nuuf godhii Haadhaaf Abbaa keenyaa Ulamoota nurraa fudhatte dhiyeenyaa
🪻700752 --- Yaa nama amanee maqaa Islaamaa baatuu
🪻700753 --- Yaa Obboleeyyan kiyyaa yaa dhiiraa dubartii yaa kan jiruun duniyaa isin fageesse marti
🪻700754 --- Zabanni hin dhaabbatuu numa fiiga barrii of haa gaafannu maal hojjetanne keeyrii
Jemal Ibrahim Ahmed

05/03/2024

Miidiyaa hawaasummaa guddicha addunyaa "Meta" maaltu mudate?

AMN Guraandhala 26, 2016

Miidiyaalee hawaasummaa gurguddoo Facebook, Messenger fi Instagram kan bulchu "Meta" n har'a daqiiqaawwan 45f tajaajilaan ala ta'ee ture.

Taateen kun addunyaa mara irratti kan mul'ate yoo ta'u, fayyadamtoonni seenuuf yoo jedhan yeroon tajaajilaa akka darbetti ykn dogongorri akka waan uumamee barreessa.

Dhaabbatichi haga ammaa waan ifatti dubbate jiraachuu baatus, taateen akkasii dhiphina kuusaa odeeffannoo irratti mudaturraa akka maddu gabaafamaa jira.

Garuu sodaan burjaajjii odeeffannoon walqabatu akka hin jirres himameera.

Taateen walfakkaataan bara 2021 Facebook irratti mudatee ture.

Yeroo sanitti hojjettoonni Facebook dogongora jijjiirraa tajaajilaa irratti uumanii mudatee akka ture dhaabbatichi ifoomseera.

05/03/2024

As wr wb hundi kheeysan warri facebook akkana isiniin jechaa jiru hin jerjerinaa obsa password daftanii hin jijjiirina yoo jijjiirtan ammo khatabadhaa yaroon namni facebook dhabu yaroo akkanaati takka itti dhiisi suuta jetteeti seenta galatoomaa

10/02/2024
25/11/2023

Wah post Jedheen jarrii waliif hin Gallee jedhani Sodaadhee 🤣👌

Address

Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Roobsan Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share