23/12/2022
Finfinnee- Haalli nageenyaa Oromiyaa keessa jiru qaamolee biyya keessaa fi idil addunyaa irraa xiyyeeffannoo guutuu barbaada. Waggoota arfan darban keessatti haalli nagaanya hawaasaa badaa dhufeera. Waliin jireenyi sabdaneessaa naannicha keessaa waggoota dheeraaf ture sababa dantaa siyaasaa qaawween...