Karaa Haqaa

Karaa Haqaa

Share

الحمد لله على نعمة الإسلام والعقل.

26/05/2026

🌙 Guyyaa 9-ffaa Kurnan Zul-Hijjah (Guyyaa Arafaa)

Caaltuu Guyyoota Addunyaa!

Har'a ibsi guutuu Hajjii kan itti xumuramu, dirree Arafaa irratti rahmanni fi dhiifamni Rabbii samii irraa itti dhangala'udha. Carraa dachaa kanatti fayyadamnee haa milkoofnu!

📌 Dhaamsa fi Barakaa Guyyaa Arafaa.








Karaa Haqaa

25/05/2026

🌙 Guyyaa 8-ffaa Kurnan Zul-Hijjah (Guyyaa Tarwiyaah)

Imala Gara Minaa fi Qophii Onnee! Har'a Guyyaa 8-ffaadha.

Har'a hujjaajoonni hunduu bifa kanaan gara Minaatti imaluun salaata isaanii gaggabaabsaa (qasrii) raawwatu. Nutis bakka jirrutti dhihaana guyyaa Arafaa isa boruutiif qalbii keenya haa qopheessinu, carraan dhumaa kurnan kanaa daddaftee nu harka keessaa ba'aa jirti!.







Karaa Haqaa

23/05/2026

Mi'aa Galataafi Bareedina Mirkaneeffannaa.






Karaa Haqaa

23/05/2026

🌙 Guyyaa 6-ffaa Kurnan Zul-Hijjah

Walakkaan Darbeera! Har'a Guyyaa 6-ffaadha.

Guyyoonni gurguddaan dachaadhaan sawaaba itti argannu suni fiigichaan nu bira darbaa jiru. Walakkaan kurnanii nu duubatti hafeera, carraan hafe immoo baay'ee xiqqoodha. Haa dammaqnu, dadhabbiifi dhuunfaa jireenyaa ofirraa fageessinee dhihaana guyyoota Arafaa fi Eid-iif qalbii keenya haa qopheessinu!






Karaa Haqaa

22/05/2026

🌙 Guyyaa 5-ffaa Kurnan Zul-Hijjah (Jummaa Mubaraak)

Walakkaa Kurnanii fi Caaltuu Guyyootaa!

Har'a guyyaa 5-ffaadha, dabalataan guyyaa dhiifamaa fi rahmataa kan ta'e Jummaadha.

Sawaabni kurnan Zul-Hijjah keessaa fi barakaan guyyaa Jummaa walitti dacha'anii nuuf dhufanii jiru. Carraa dahabaa kanatti fayyadamnee gara dhiifama Rabbii keenyaatti haa fiignu!


Karaa Haqaa



21/05/2026

🌙 Guyyaa 4-ffaa Kurnan Zul-Hijjah
Guyyoonni Gidduu Nuu Baafamaa Jiru! Har'a Guyyaa 4-ffaadha.
Walakkaa kurnan kanaa gahuuf janna. Yeroon daddaftee darbaa jirti, dachaadhaan gurguddaan sawaabaa fi dhiifamaa harka keessa nu jiru kunis akkuma kanaan fagaachaa jira. Haa ariifannu, yeroo qabnutti fayyadamnee miila keenya gara hojii gaariitti haa siifannu!








Karaa Haqaa

20/05/2026

Arraan Zul-Hijjah 3ffaa oolle, Alhamdulillaah..




Karaa Haqaa

19/05/2026

🌙 Guyyaa 2-ffaa Kurnan Zul-Hijjah.

​Har'a Guyyaa 2-ffaadha! Guyyoota dachaadhaan sawaaba itti argannu kanneen keessaa baatiin suni guyyaa tokko dabarseera. Dandeettii fi yeroo qabnutti fayyadamnee ibaadaa haa heddummessinu.

​Baga Guyyoota Kurnan Zul-Hijjah Kanneen Kabajamoo fi Sawaaba Dachaadhaan Namaaf Kennaniin Isan Gahe! Guyyoota bifa addaatiin qalbii itti qulqulleeffannu kana keessatti, yaadachiisa fi jechoota hikmaa gabaaboo kanneen waliin haa hordofnu:





Karaa Haqaa

18/05/2026

فضائل عشر ذو الحجة
Caalmaya kurnan ji'a Zul-Hijjah.






Karaa Haqaa

16/05/2026

Faaydaalefi Caalmeya Toohidaa... 👇






Karaa Haqaa

12/05/2026

Bu'aalee Ziyaaraa Qabrii.





Karaa Haqaa

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Addis Ababa