Guta A.

Guta A. JIRAADHEERA KARAAKEE

Iddoo ATI Hin Jirre Ooluun Naaf Hin ta'in‎Bakka Maqaankee itti hin Waamamne Achi Maqaa Koos hin Waamamiin!‎‎Wanta ATI Ke...
26/04/2026

Iddoo ATI Hin Jirre Ooluun Naaf Hin ta'in
‎Bakka Maqaankee itti hin Waamamne Achi Maqaa Koos hin Waamamiin!

‎Wanta ATI Keessatti Hin Waamamne, Iddoo ATI itti hin Affeeramnetti Argamuun Naaf Hin ta'in!
‎ Bakka ATI Jirtu Iddoo ATI itti Ulfaattu Qofa Keessa Jiraachuun Naaf Haa ta'u!
‎Waan Siin hin Ulfeessinettti Dadhabuuurra Na Oolchi!
‎🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌

12/04/2026

BAGA GEESSAN 🥰

Address

Addis Ababa
11

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Guta A. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share