Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Firoo Jamal Firoo Jamal, Hamzishaa Mahmmad
Anuwar Lawyer
Lawyer in process jigjiga university school of law
namani lammaan Gaa’ila gaageefatanii yoo wal qunamattii salaa rawaachuu battan Gaa’ila isaani legal effect ni qabaa fkn qabenyee waliin waal gafachuu ni dandanii ?
Fkn osoo qamaan waal hin argiin oline irratii waal baranii Gaa’ila gageefaatan haa januu osoo Guyya tokko waal argiin ammaas yoo Gaa’ila isaani digamaa seeraa maattiin qabenyii waaliin isaan jidhuu ni jiraa moo akkami?
namani lammaan Gaa’ila gaageefatanii yoo wal qunamattii salaa rawaachuu battan Gaa’ila isaani legal effect ni qabaa fkn qabenyee waliin waal gafachuu ni dandanii ?
Seenaa dhugaa Ameerikaa keessatti mudateedha .
Namni maqaan isaa A jedhamu nama maqaan isaa B jedhamu cubeedhaan doorsisuun bilbila harkaa fi maallaqa guddaa irraa fudhate. Namni C jedhamu tokko yeroo namni kun qabeenya kana irraa fudhatu dhokatee ilaalaa ture. Sana booda, Obbo 'A' qabeenya obbo B irraa hatame qabatanii gara manaatti yommuu deemu, Obbo C inni dhaabbatee ilaalaa ture duuka bu'ee qawweedhaan doorsisee qabeenya inni Obbo. B irraa saame san irraa fudhate.
Dhumarratti Obbo A na sodaacghisee fi ja dorsiisee ana saame jechuun himate Obbo C yakka saamichaan himatame.
Obbo C immoo falmii isaa irratti "Qabeenya kana nama qabeenyicha irraa mirgaa qabu osoo hin taane saamtuu irraan fudhadhe; Obbo A qabeenya ani fudhadhe irratti mirga hin qabu; sababniis innimtuu nama irraa saame waan ta'eef ,nama mirga hin qabne irraa qabeenyaan fudhadheef gaafatamuu hin qabu, kanaaf, yakkiin anarratti baname sirrii miti" jedhe. Falmii kana irratti maal jettu❓ Keessattuu seerri biyya keenyaa waliin akkamitti ilaaltu❓
QOOSAA AJAA'IBA
: Hello midhaadduu tiyya! Akkam nagumaa?
: Nagaa,Akkam?
: kaleessa siif bilbillaan maaliif kaasuu dide garaa tiyya?
: Hin argine bittaa
: arginaan maaliif naa deebisuu diddere?
: kaardii keessaa hin qabu busy na hin godhin abboo.
: Maalii yoo kaardii keessaa dhabdee call back naaf hin ergituu?
: nan dagadhe.
: Kan kana dagattee anayyuu na dagatta jechuum?
: Beekamaadha!
: Dhiisi , an qara birrii wayii siif erguuf jedhee sii bilbilaa turee account kee ergi .
: anuu si qoruufan(ሊምፋተን) jedhe malee onnee kiyya keessa si malee homaa hin qabu
: kkkkkkk anis si qoruufan jedhe malee kiisii kiyya keessaa homaa hin Qabu.
Amma kana Hunda Dubbistee Utuu like Hin Godhin Yeroo dabartu hin Dabbaruu 😓 Dhugaa Rabbii Haa ta'u Maalumaafuu Maxxansa Mimmiidhagoo Biroo Argachuuf Follow Godhaa 🙏
08/11/2025
Dhugaa ketti
Qorannoowwan haaraa godhamaa jiran akka akka mul'isanitti jimaan faayidaa fayyaa armaan gadii kana qabaachuu mirkaneessa.
1. Ulfaatina irrisuuf.
2. Fayyummaafii jabina maashaalee eeguf.
3. Dhibee sukkaraa ittisuufisif gahee akka qabu mirkanaayee jira.
4. Xiyyeeffannaa dabaluuf.
Garuu yoo baay'isan rakkoowwan fayyaa wal xaxaafis nama saaxiluu danda'a.
Walumaagalatti jimaan tarree qorichoota sammuu namaa hadoochan kanneen akka alkooliifii hashiishaa faa wajjiin odoo hin taane wantoota sammuu namaa si'eessan kanneen akka bunaa faa waliin ramadama.
Ulfaadhaa! Fayyaa dahaa!
©️ Dr. Hamzaa Jamaal
07/11/2025
07/11/2025
Nama ta,uu didee waan tesessuu itti dhufaa jaadhaan mattii ree
Qondaalli Tigraay mootummaan haleellaa diroonii raawwate jechuun himatan
05/11/2025
Masha
Click here to claim your Sponsored Listing.