Mujahide warra Galaan qasimi

Mujahide warra Galaan qasimi Dhugaani Galgala galti!

12/01/2022

Oromoo saba koo meeqatuu siif jeecha ba.e dhabame

07/01/2022

Wan na ajjahibe nuti namni ilmaan adam amma namoota meeqqa goosa meeqqa amma hini kaan arabba ini kaan faarraji hini kaan abbasha ini kaan amaara ini kaan oromoo amma nuti fayyaan keenya nama 2rayi humane awwa adam irayyi akkanatti danane

Nuti amantan keenyas gargara bifti keenyas g..g.r afaan k..y..s g.g.r garuu wanti na ajjahibe orommumaatu woliiti nu fide ilaala Uummata oromoo ija qalbittin amma akkan wolirra fagaatamee keessaa wonti woliiti nu fide orommumaa keenya woliiti qabna addunyya kaanra. Dubi ilaali ija qalbittin issuma akkan wan hundan wolira daggane kanee orommuma keenya woliti qabna kanaf wan hunda caala orommuma keenyaf arka wol qabana yaa saba koo garii nama

Ashuman juma garii issni ata.u godhi iriyyuma cimssa

06/01/2022

Artist jalataama fi jalataama Artist keekiyya badhaadha waallee arawwaa aqabaate dhufa jira

30/12/2021

Ababbaa gooba korma siirraan uggura orma itti siin gurgur ormati nan baadha irbuu saba koo Artist awin qaba Dhugaani Galgala galti Maalmaane fala argaana

29/12/2021

Ayyuuma gada abeeku hundi kan qubbaa hin qabneetu of Ooqa gaariin jedhe galo dhugaadha gaalo

Jiraa jirtuu oromoodhugaa akka nuti koo tane abartu wori amantan adda nu basuf nuti watawwaatu
07/12/2021

Jiraa jirtuu oromoodhugaa akka nuti koo tane abartu wori amantan adda nu basuf nuti watawwaatu

Address

Finfinnee Oromiyaa
Addis Ababa
DHUGAANIGALGALAGALTIDHARIIHINGAALTU

Opening Hours

12:45 - 12:45

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mujahide warra Galaan qasimi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category