يعقوب/Yakub

يعقوب/Yakub

Share

bayyee garidhaa

09/05/2026

Good happy wedding video

17/07/2025

✅ Amala Nama Fayyida Ofiisaa Qofa Ilaalu:

1. Yeroo hunda of dura ilaala

Rakkoo nama biraa hin laalu. Waan gaarii yoo argame ofiis qofaaf barbaada.

2. Wanta tokko nama biraa wajjin qooduu hin barbaadu

Qooduu fi waliif yaadu hin jaalatu. “Ani akkamitti fayyadaa?” jedhu qofa yaada.

3. Gargaarsa yoo godhus, bu’aa ofiif hojjata

Yoo nama gargaaruyyuu, waan bu’aa ofiif tahu danda’u qofaan gargaaruu barbaada – obsaa fi qulqullina qalbii hin qabu.

4. Jaalala sobaa agarsiisa

Nama yeroo fayyaduu dandahu qofa waliin ta’a. Yeroo harka laaffatu si bira hin jiraatu.

5. Nama miidhuu irraa hin sodaatu yoo bu’aa argatu

Akka ofi fayyaduuf, nama miidhuu yookaan sobuu hin sodaatu.

6. Gorsa hin fudhatu, isa gorsu miidha

Waan inni barbaade malee hin dhaga’u, yaada nama biraa tuffata

23/06/2025

Yesus akka biyya bulcha jiru irrafatemo yaa biyya iraan biyya fixa jirtiho in mugee laata??

16/06/2025
10/06/2025

Ee wollah

18/05/2025

Ayiiiii maatewos hojiike nyadhuu
ማቴዎስ : 10:34-3

34. በምድር ላይ ሰላምን ለማምጣት የመጣሁ አይምሰላችሁ፤ ሰይፍን እንጂ ሰላምን ለማምጣት አልመጣሁም።
35. ሰውን በአባቱ ላይ፥ ሴት ልጅንም በእናትዋ ላይ፥ ምራትንም በአማትዋ ላይ ጥል ለማድረግ መጥቻለሁና።
ማቴዎስ 10፡35-3

35. ሰውን በአባቱ ላይ፥ ሴት ልጅንም በእናትዋ ላይ፥ ምራትንም በአማትዋ ላይ ጥል ለማድረግ መጥቻለሁና።
Maatewos : 10 :34-34

34. Yesus ammoo, "Biyya lafaa irratti nagaa fiduudhaaf waanan dhufe isinitti hin fakkaatin; ani billaa fiduufan dhufe malee, nagaa fiduudhaaf hin dhufne.
Maatewos : 10 :35-35

35. Ani nama tokko abbaa isaa wajjin, intala haadha ishee wajjin, haadha manaa ilmaa amaatii ishee wajjin walitti naquudhaaf dhufeera.

10/04/2024

EID MUBAREK

04/04/2024

Alhamdulillaha yaa rabbi

01/12/2023

I don't give a damn about people's words because if you say I live for myself ok dear people

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Address

<<not-applicable>>jimma
Addis Ababa