Dagaa muchaa

Dagaa muchaa

Share

Dagaa muchaa

28/01/2022

Yeroo ammaa namni jawariif gammadu nama gaafa inni gadde wajjiin gadduu ta,uu qaba!

16/12/2021

Yero jirenyi qaala,e kanatti ilmoon tujjaara irraa dhalatte carraa qabdi,bro!

16/12/2021

Oromon oromo jala hin deemne oromeedha!

15/12/2021

zoonii kibbaatti mana marii bakka bu,oota ummataa❤💚❤🙏

14/12/2021

Qeerroo keenya jabaa dargaggeessa wabii burqaa erga hidhanii boodaas baayyee midhanii hanga miilli isaa buqqa,utti caccabsanii jiru.yaa rabbi afaan warabessaati nuuf baasi❤💚❤🙏!✊✊

13/12/2021

Yaa allaah yaa rabbii maatii Dr keenya Dr nafyadiif dirmadhu🙏🙌

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Addis Ababa
NAMUMMAA