08/11/2024
O❤
Studies
08/11/2024
O❤
20/12/2023
❤
21/04/2023
Kan baraas kan namaas ittuma dhiifna amrii hunda kan of harkaa qabu Rabbiin qofa.......
Maalumaafuu baga nagaan geessan.
20/04/2023
Iid_mubarak
Baga geessan baga geenye warra baranaa kan bara hedduu jechaa.
ኢድ_ሙባረክ
15/04/2023
Yaa Rabbi warra leeylatulqadri qunnamu nu taasisi Aamiin yaa Rabbi.
03/01/2023
Yeroo tokko tokko guutuu
Yeroo tokko tokko duwwaa
Hir'ina guyyaa guyyaa dhumatu guuta
Gowwaadha kan of jibbu
Wanti hundi yeroo isaatti ima ta'a
Aduuniis taatu addeessi kan nuuf iftu
Jireenyi akkasii
Yeroo tokko tokko kan nuuf hin taaneedha.
31/12/2022
Darbuun osoo hin jiru ta'ee kaleessi har'a ta'ee nama rakkisa ture.
31/12/2022
Guyyaa yaadannoo gooticha keenya waggaa tokko dura seenaa kee rirmi hin nyaatu qaalii koo.❤
27/12/2022
Baga milkoofte anduu koo
24/12/2022