EECMY BSS Dololo Hola Congregation

EECMY BSS Dololo Hola Congregation The an official page of the Ethiopian Evangelical church Mekane Yesus Dololo Hola(EECMY-DH, Yabalo).✝️👑

16/07/2026
  Dhaloota Seenaa IjaaruuGuyyaa 04/11/2018Waaqii Yeroo Eebba Addaa Nuuf Kenne.Karaa Hundeessaa  Hojjata Wangeelaa  Gospe...
11/07/2026

Dhaloota Seenaa Ijaaruu

Guyyaa 04/11/2018

Waaqii Yeroo Eebba Addaa Nuuf Kenne.

Karaa Hundeessaa
Hojjata Wangeelaa Gospel Singer Wario Wako Halakeetiin Waldaa Tokkummaa Wangeelaa Magaala Yaaballoo Damee Doloolloo Hoolaa
WKWW Makane Yeesus Doloolloo Hoolaatti Kenname.
Eebbifamaa

Guyyaa 3ssoo (28/10/2018 E.C)Sagantaa GalgalaaEECMY BSS Dololo Hola Congregation‎Sagantaa keenna ka Guyyaa26-28/10/2018 ...
05/07/2026

Guyyaa 3ssoo (28/10/2018 E.C)
Sagantaa Galgalaa
EECMY BSS Dololo Hola Congregation
‎Sagantaa keenna ka Guyyaa26-28/10/2018 WKWW Makane Yeesus Doloolloo Hoolaatiin qophaa'ee fi Tokkummaa WKWW Makane Yeesus Yaaballoo xummurannee jirra.

‎Waaqii karaa Dubbii isaa, Faaruu, fii tajaajila Akka akkaatiin guddoo nutti dubbate.

‎Waan cufa dura Waaqa Abbaa keenna Guddimnee Galateefanna, warrootii karaa gargaraatiin nu tajaajiltan, nu bira dhaabbatani cufa AABBOO WAAQII isan eebbisu.
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Kubichura Congregation
EECMY Dhaka Qake Congregation Youth Program
Mirab Qexena Mekane Iyesus
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Gidicho YOUTH
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
Dhaka Qake Mekaneyesus Congregation

GUYYAA 3  Ganama Sanbata  Waaqaa #Akkam dansaa hojiin Waaqaa!W/W/W Makkanee Yeessus Itoopiyaatti, Sinodoosii Booranaa fi...
05/07/2026

GUYYAA 3
Ganama Sanbata

Waaqaa #
Akkam dansaa hojiin Waaqaa!

W/W/W Makkanee Yeessus Itoopiyaatti, Sinodoosii Booranaa fi Naannoo Isaa: Sabakaa Yaaballootti,

Sagantaa Tokkummaa Waldaa Makkanee Yeessus Magaalaa Yaaballoo fi Konfiraansii Afuuraa Makkanee Yeessus Doloolloo Hoolaa irratti qabanne irratti Waaqii guddoo nuu gargaare.
Waaqii karaa Persdant sonodosi Boooraanaaf naannoo isaa Qees-.Galgalo Qarreetiin guddoo nutti dubbate.

Jaallaboota 2:7-14
Dhaloota waaqaaf seenaa ofii dedhee hin tahinaa, Seenaaf waaqa ke beekii gula deemii ittii jiraadhu.

sagantaa guyyaa 3ssoo jirra, gumiin Waaqaa M/Yaaballoo fi Naannoo Doloolloo Hoolaa (Keellaa Yaaballoo) jirtan cufa koottaa eebbaa Waaqaa qoodadhaa.

Waaqii Ulfinna Haa fudhatuu.
Ethiopian Evangelical Church Makane Yesus Dhaka Qake Congragetation
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Kubichura Congregation
Mirab Qexena Mekane Iyesus
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Gidicho YOUTH
EECMY BSS Dololo Hola Congregation
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus

DAY2W/W/W/Makkanee Yeessus Doloolloo Hoolaatti Sagantaa Konfiraansii yaa jalqabanne guyyaa lammeessoo jirra, Waaqii kara...
04/07/2026

DAY2

W/W/W/Makkanee Yeessus Doloolloo Hoolaatti Sagantaa Konfiraansii yaa jalqabanne guyyaa lammeessoo jirra, Waaqii karaa Kadhannaa, Faaruu fi Qoonqoo Waaqaatiin guddoo nuu eebbisuutti jira.

Obolleeyyaan teenna taa Dira Yaaballoo fi Naannoo D/Hoolaa (Keellaa Yaaballoo) jirtan, Koottaa eebba Waaqaa nuu waliin qoodadhaa.

Ammallee namii baafama Waaqii ilmaan namaatiif kenne guyyaan fayinna keessanii hardha ta'ee koottaa baafama Kiristoon!

  Waliin_Qoodannaa #W/W/W/Makkanee Yeessus Doloolloo Hoolaatti Sagantaa Konfiraansii yaa jalqabanne guyyaa lammeessoo ji...
04/07/2026

Waliin_Qoodannaa #

W/W/W/Makkanee Yeessus Doloolloo Hoolaatti Sagantaa Konfiraansii yaa jalqabanne guyyaa lammeessoo jirra, Waaqii karaa Kadhannaa, Faaruu fi Qoonqoo Waaqaatiin guddoo nuu eebbisuutti jira.

Obolleeyyaan teenna taa Dira Yaaballoo fi Naannoo D/Hoolaa (Keellaa Yaaballoo) jirtan, Koottaa eebba Waaqaa nuu waliin qoodadhaa.

Ammallee namii baafama Waaqii ilmaan namaatiif kenne guyyaan fayinna keessanii hardha ta'ee koottaa baafama Kiristoo!
2 Timotheo 3:12
12 Nama Kristo Yeso woliini jireenna Waaqi fed'u keesa tau ch'ufti ingaargalchani.

በኢትዮጵያ መካነ የሱስ ቤተ ክርስቲያን፤ በቦረና ሲኖዶስና በአካባቢው ስር፤ በያቤሎ ሰበካ የሚገኝ፤ሰኔ 22/2018 ዓ.ምየመካነ የሱስ ዶሎሎ ሆላ ጸሎት ቤት፣ ከያቤሎ ከተማ የመካነ የሱስ አብ...
29/06/2026

በኢትዮጵያ መካነ የሱስ ቤተ ክርስቲያን፤ በቦረና ሲኖዶስና በአካባቢው ስር፤ በያቤሎ ሰበካ የሚገኝ፤
ሰኔ 22/2018 ዓ.ም
የመካነ የሱስ ዶሎሎ ሆላ ጸሎት ቤት፣ ከያቤሎ ከተማ የመካነ የሱስ አብያተ ክርስቲያናት ኅብረት ጋር በመተባበር የመንፈሳዊ መነቃቃት ኮንፍራንስ አዘጋጅቷል።
በመሆኑም በያቤሎ ከተማና በአካባቢው የምትገኙ የወንጌል አማኞች ሁሉ በዚህ ታላቅ ፕሮግራም ተገኝታችሁ የእግዚአብሔርን በረከት ከእኛ ጋር እንድትካፈሉ በመካነ የሱስ ዶሎሎ ሆላ ጸሎት ቤት (ኬላ ያቤሎ) በክብር እንጋብዛለን።
በፕሮግራሙ፦
✓ የእግዚአብሔር ቃል በኃይል ይሰበካል።
✓ እግዚአብሔር በዝማሬና በአምልኮ ይመሰገናል።
✓ ለታመሙ ጸሎት ይደረጋል።
✓ አዳዲስ ነፍሳት ወደ እግዚአብሔር መዳን እንዲመጡ የመንግሥቱ ወንጌል ይሰበካል።
🗓 ሰኔ 26–28/2018 ዓ.ም 🕘 ዓርብ ከሰዓት በኋላ 9:00 ሰዓት ይጀምራል።
እንኳን በደህና መጡ! እግዚአብሔር ይባርካችሁ!

Address

Addis Ababa
123KOT

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY BSS Dololo Hola Congregation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to EECMY BSS Dololo Hola Congregation:

Shortcuts

Share