29/04/2026
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐?
๐.๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐ด๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐๐! ๐ด๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐; ๐๐๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐ค๐๐ฆ๐๐๐๐โ๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข ๐โ๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐โ๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐, ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข ๐โ๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐โ๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐. ๐ด๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐ค๐๐ฆ๐๐๐๐โ๐๐๐ก๐, ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐๐ก๐; ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ข, ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข ๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ฆโ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐ก๐ข; ๐๐๐๐ก๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐. ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐, ๐๐ ๐๐๐๐๐ ; ๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐ ๐๐๐๐ข, ๐๐ ๐๐ข๐๐๐ก๐ข๐ .
Kutaama armaan olii kana irraa akka huubannutti karaan ittiin ija hojii hafuuraa godhachuun dandaโamu inni jalqabaa jirmichatti qabamuudha. Dubbii kanas Yesus fakkeenya muka wayiniifi damoota isaatiin qabee barsiisa. Mukti wayiniis haa taโu, mukti kamiyyuu erga gaafa biqilee guddachuu jalqabeetii kaasee baala baasaa, damoota yaasaa, jirmi isaas ol guddataa adeema. Jirmi ykn mukichi damoota isaa malee jiraachuu ni dandaโa, sababni isaa damoota kan biraas quuqee baasuu dandaโa waan taโeef. Damoonni garuu mukicha irraa gargar baanaan, carraan isaan qaban ija godhachuu dhabuu qofa utuu hin taane, goguudhas. Akkuma boqonnaa duraa keessatti ilaalletti immoo wanti gogaan muramee irbaata ibiddaa taโuu akka qabuudha.
Dameetu mukicha irraa soora argata, hiddi lafa keessaa bishaaniifi soora xuuxee gara damoota isaatti dabarsa. Damoonni mukichatti qabamanii jiran immoo yerooma sana nyaata isaaniif dhiyaate jirma irraa fudhatu.
Dameen hidda ittiin lafa qabatee dhaabbatu, akkasumas soora isaa ittiin argachuu dandaโu hin qabu. Dameen hirkataadha, mukicharratti maxxanee jiraata. Uumama isaatu akkasuma, gaafa muka irraa gargar baโe muka mukarraa cabe qoraan taโee tajaajila isaaf hin malle kennee achumaan dhabama. Faarfataa Addisuu Waahimaas faarfannaa isaa keessatti ergaama dubbii kana jabeessu;
โฆ๐ฆ๐ถ๐๐ ๐บ๐ถ๐ฟ๐ธ๐ฎ๐ป๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฒ ๐๐ผ๐ผ๐ฟ๐ฎ ๐๐ผ๐ผ๐ฟ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ
๐๐ฎ๐บ๐ฒ๐ฒ๐ป ๐ท๐ถ๐ฟ๐บ๐ฎ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐๐ผ๐ผ๐ฟ๐ฎ ๐ฎ๐ฟ๐ด๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ
๐ ๐ถ๐นโ๐๐ ๐ธ๐ฒ๐ฒ ๐บ๐ฎ๐น๐ฒ๐ฒ ๐ฎ๐ป๐ถ ๐ต๐๐บ๐ป๐ฎ ๐ต๐ถ๐ป ๐ด๐ผ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฑ๐ต๐
๐๐๐ป๐ฑ๐ฒ๐ฒ ๐ธ๐ผ๐ผ ๐ฑ๐๐ฟ๐ถ๐ถ ๐ฌ๐ฒ๐๐๐ ๐๐ถ ๐ต๐ถ๐ป ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ป๐ณ๐ฎ๐ฑ๐ต๐
Dubbii kana gaafa gara amantootaatti firoomsinu immoo mukichi inni dhugaan Yesus Kiristoos yoo taโu, damoonni mukichaa immoo amantoota ykn duuka-buutota isaati. Yesus ofiima isaatii burqaa waan hundumaa inni taโe damoota isaa kana waan gaarii hundumaan isaan sooruu dandaโa. kanaafuu amanaan kamillee ija gaarii godhachuu yoo barbaade, Yesusitti qabamee jiraachuu qaba. Akkamitti Yesusitti qabamna kan jedhu immoo tarii gaaffii taโuu mala. Namni tokko Yesus Kiristoositti qabameera kan nu jechisiisu akkuma dura kaasuuf yaalle, waldaa dhaquu isaa ykn faarfachuu, lallabuu akkasumas gahee hojii waldaa kiristaanaa keessaa tokko qabaachuu isaa miti. Waldaa kiristaanaatti qabamuun, aboo waldaaf kennameef bitamuun karaa biraa Kiristoos isa abocha waldaa kiristaanaatiif kenneef bitamuudha. Kanaafuu, inni kunis hin barbaachisu jechuu keenya utuu hin taane, Yesusitti qabamuun dhimma keessoo laphee keenyaafi guutummaa jiruufi jireenya keenyaati. Dhokataa miti, mulโataadha, ulfaataas miti, waanuma dandaโamuudha.
Kanaafuu, akkaataa nutti Yesusitti qabamnee jiraannu shaakala jireenya keenya guyyaa guyyaa waan taโeef, jireenyicha keessatti akka ofii barbaannutti utuu hin taโin Waaqayyo maal nurraa barbaada? jennee of gaafachuu nu gaafata. Akkuma of gaafannetti immoo itti jiraachuu qabnas. Hiriyaa ykn obboloota keenya jaallachuudhaaf harโa irraa murteessuu qabna. Jibba baโaa ulfaataa isa taโe of irraa darbannee yeroo nuti jaalalatti qabamnee jiraachuudhaan tokkummaa qulqullootaatti dabalamnu amma. Biqilaan tokko guddachuudhaaf nyaata, bishaan, biyyee gabbataafi haala qilleensaa mijataa akka barbaachisu beekamaadha. Isaan kana keessaa tokko yoo hirโate biqilaan kamillee guddachuu hindandaโu. Akkuma kana immoo namni yoo Yesusitti qabamee jiraatetu isaan kana argata. Kana jechuun garuu waaโee foonii utuu hin taane, ija hojii hafuuraa jechuu keenyaadha. Waaโee jireenya foonii keenyaaf kan barbaachisu buddeena, waan ittiin jiraatamu yoo taโe warri gooftaa hin beekneyyuu quufanii jiraatu.
Dhagni foonii akkuma jiru dhagni hafuuraas immoo jira. Dhagna foonii kana akkuma nyaata barbaachisu, dhagna hafuuraas immoo nyaata barbaachisa. Yeroo sabni isaa abboomamuu didan, Waaqayyo yeroo isaan adabaa turetti, akkuma nyaata foonii dhowwatee beelessaa ture, nyaata hafuuraas yeroo dhowwate qaba.
Akka fakkeenyaatti nyaata foonii yeroo isaan dhowwate kutaan macaafa qulqulluu dhugaa nuuf baโu 1Mot 17, 2Mot 6:24 irratti argachu dandeenya. Yeroo kana Sabni Israaโel hamma jiraachuu dadhabutti, hamma ilmoo of jalaa fuudhee akaayee nyaatutti beelaโe. kana qofas utuu hin taane, hamma mataan harreeyyuu gatii guddaadhaan bitachuuf dhabamuutti gahee ture. Warri Israaโel akkuma keenya namas taโee kotte-duudaa kamiyyuu hn nyaatan. Kun aadaa duwwaa utuu hin taane, seera Waaqayyo garbicha isaa Museetti kenneedha. Haa taโu malee warri Israaโel gar-malee beelaโuu irraa kan kaโe, waan akka aadaattis taโee akka seeraatti dhorkaa taโe nyaateeyyuu beela baโuu dadhabee ture.
๐๐๐๐๐ ๐ก๐ข๐๐๐ ๐ต๐๐-๐ป๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐ โ๐ข๐๐๐ข๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐, ๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐. ๐๐๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐ก๐ก๐ ๐ค๐๐๐ ๐ก๐ข๐๐ก๐๐๐, ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐, ๐๐๐ก๐๐๐ โ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ข, ๐ข๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ โ๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐ โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ข โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐ก๐ก๐ ๐๐ ๐๐โ๐. ๐บ๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐ผ๐ ๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐ก๐ข๐ข ๐๐๐๐ข๐ข, ๐๐ข๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ โ๐๐ ๐๐ ๐๐ข๐โ๐๐ก๐ก๐๐, โ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐, ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐! ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐!โ ๐๐๐ก๐ก๐๐๐. ๐ผ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ โ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐๐๐ ๐ค๐๐ฆ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐? ๐๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐ฆ๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐โ๐๐๐๐๐๐ก๐, ๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐ข๐ข๐โ๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ข ๐๐๐?โ ๐๐๐โ๐๐๐. ๐ผ๐ก๐ก๐ ๐๐ข๐๐๐๐ , โ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐?โ ๐๐๐โ๐๐ ๐๐ โ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐; ๐๐ โ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐, โ๐๐ข๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐ข๐, โโ๐๐โ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ฆ๐๐๐๐๐โ ๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ก๐; ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ฆ๐๐๐๐๐; ๐๐๐๐ข๐๐ก๐๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐โ ๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐๐; ๐๐ โ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐ ๐๐ โ๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐โ๐๐ ๐๐ก๐โ ๐๐๐ก๐ก๐. ๐๐๐๐ก๐๐โ๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ก๐๐ก๐ก๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ข๐ข ๐โ๐๐๐โ๐, ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐โ๐ ๐ข๐๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐ ๐; ๐ข๐ก๐ข๐ข ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข, ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ .
Yeroo baayโee Israaโel yeroo Waaqayyoon dhagaโuu didu, Waaqayyo immoo adabbiiwwan adda addaatiin isa adaba. Adabbiiwwan sana keessaa inni tokko immoo beelaan rukutuudha. Bokkaa balleessee, ykn waagiifi dhukkuboota midhaan balleessan itti abboomee, bineensa daggalaa itti ergee, midhaan isaanii jalaa balleessaa ture. Kana gochuun isaas Israaโel badii isaa beekkatee, gara Waaqayyootti akka deebiโuuf malee raawwatee ijoollee isaa balleessuuf miti.
Akkuma beela fooniitiin isaan adabaa ture, yeroo tokko tokkos immoo beela hafuuraatiin isaan rukutaa tureera. Hafuurri keenyas akkuma foon keenyaa ni beelaโa, ni gaggaba, nyaata barbaada. Yoo nyaata isa barbaachisu kan kan hin arganne taโe, hafuurri keenya miidhamaa; foon keenya immoo akka malee gabbataa (fedha fooniitiin jechuudha) adeema. Fedhiin foonii hafuuraan lola, fedhiin hafuuraas fedha foonii isa ciiggaasisaa sanaan lola. Isaan kana keessaa tokko akka moโatuuf hamma nuti Waaqayyotti dhiyaannu, ykn irraa fagaannutu murteessa. Namni deddeebiโee jalโina gaafa hojjetu, hafuurri sadarkaa yaada burqisiisuu ykn immoo hawwa isaa isa gaarii sana calaqqisiisuu dadhabuu irra gaโa. hafuurri keenyas gaaffiin isaa deebiโaafii, fedhiin isaa guutamaa gaafa deemu, fedhiin foonii inni hamaan sun jireenya keenya keessatti dhiibbaan inni qabu gadi buโaa adeema jechuudha.
Kanaafuu, hafuurri keenyas nyaata isa barbaachisu gaafa dhabu, akkuma foon keenyaaf yeroo nyaata dhabnu miidhamnu, yeroo nyaata hafuuraa dhabnus ni miidhamna jechuudha. Kanaaf, Waaqayyo sabni isaa waggoota gaarummaadhaan guutanii dubbii Waaqayyoo akka garaa isaaniitti argataa turan irraa fageessee akka isaan hawwan godhaa ture. Kunis qalbiin isaanii gara isaatti deebiโee akka fayyaniif kan inni godhuudha.
๐พ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐, โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐; ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐โ๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐
๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐. ๐ฐ๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐โ๐-๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐; ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐
๐๐๐
๐โ๐๐ .
Al tokko namni Kiristoositti erga of kennee booda uumama haaraa taโa. kana jechuun immoo inni moofaan hafeera jechuudha. Waaqayyo immoo uumama haaraa kana immoo akka yeeyyotaatti utuu hin taanee, akka hoolotaatti fakkeesse. Hoolaan horii manaa garraamiifi araara buusuuf Israaโeloonnis taโee sabni keenya yeroo adda addaatti itti gargaaramaniidha. Hoolaan reโee irraa waan adda ishee godhu waan baayโee qabdi. Gaafa akka kan reโee hin qabdu, muka meeqa yaabdee hin buutu, hin jeeqxu tasgabbooftee jiraatti. Galgala gaafa yeroo lafti dhiโus, iddoo itti dhiโe dhaabbatti. Beektee hin galtu, bineensi yeroo nyaatu homaa sagalee dhageessiftu hin qabdu. Kanaafuu, horii kamiinuu caalaa kan ishee tiksu ishee barbaachisa jechuudha.