Yesuus angafa Lubootaa🥰
Gemechu Tareka
Yesuus Gooftaadha! Mootiin Mootoota Isa!👑
Isaaf jiraachuun ulfina! Yesuus👑
Fakkeessuuf yaaluu miti ta'uuf jiraachuutuu furmaata!!
Oduu gaddaa dhagahuun
Kun nuu ha ga'u!
Yaa Waaqayyoo 🥺
Qoosaadhaaf!
Waaqayyoo Gaditti maal sodaatta?
Ani Fkn Saree sodaadha!
03/03/2025
Yesuus Kiristoos Ilmi Waaqayyoo Jira Teessoo isaa irraa!
26/01/2025
Sobdoota Dirree irra kan tursu
Degartoota isaanitii
Dilbata Gaarii!!👏👏
Hunduu ni dhumata!
Waanbiratu bakka Isa bu'a!!!.
Yesuus qofatu bara baraan jiraata
06/11/2024
Warrii Maqaa Yesuusiin Waaman yoomiyyuu ni injifatuu! Baga Gammaddan!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Website
Address
Addis Ababa