Africa Academy Oromo

Africa Academy Oromo 👥 Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

18/08/2026

Amantiin Islaamaa amantii barnootaati!!!

18/08/2026

Amantiin Islaamaa Diini barnootaati!!

Mindaan hojii keetii erga duute akka siif itti fufu ni barbaaddaa?
16/08/2026

Mindaan hojii keetii erga duute akka siif itti fufu ni barbaaddaa?

Sunnaalee fi hojiiwwan guyyaa Jum'aa hojjatamuun jaalatamu!
14/08/2026

Sunnaalee fi hojiiwwan guyyaa Jum'aa hojjatamuun jaalatamu!

12/08/2026

Booda keessan guyyoota Sabriitu jira!

Ammuma Akkaadaamii Afrikaatti makamaa!!Barattoonni barnoota Hadiisaa keessatti hirmaattanii fi hordofaa turtan, qormaata...
11/08/2026

Ammuma Akkaadaamii Afrikaatti makamaa!!

Barattoonni barnoota Hadiisaa keessatti hirmaattanii fi hordofaa turtan, qormaata Hadiisaa xumuraa irratti dorgomuun badhaasa guddaa mo’adhaa!!

Badhaasni:
🥇 1ffaa — 5,000 Birr
🥈 2ffaa — 3,000 Birr
🥉 3ffaa — 2,000 Birr

Guyyaan Qormaataa xumuraa: 13/08/2026
Yeroo: Halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee!

Beekumsa kee madaali!!Deebii sirrii comment irratti barreessaa!!
08/08/2026

Beekumsa kee madaali!!
Deebii sirrii comment irratti barreessaa!!

07/08/2026

Qabrii irratti masjiida ijaaruun akkamitti ilaalama?

Utubaalee Iimaanaa keessaa kan jalqabaa Rabbitti amanuudha.Rabbitti amanuu yeroo jedhamuu waan meeqa of kessatti qabata?...
04/08/2026

Utubaalee Iimaanaa keessaa kan jalqabaa Rabbitti amanuudha.
Rabbitti amanuu yeroo jedhamuu waan meeqa of kessatti qabata?

Hiyyummaan badaan hiyyummaa beekumsaati!!    , Muhammed Kemal
03/08/2026

Hiyyummaan badaan hiyyummaa beekumsaati!!


, Muhammed Kemal

Address

Kassem Buildin, Enkulal Fabrica
Addis Ababa
1000

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 05:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Africa Academy Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category