Maaltu-Beeka
Maybe tomorrow is bright!
30/03/2025
Suura ergaa guddaan keessa jiru kana Mee...........
29/12/2024
Wayi Boontuukoo๐๐คช
Barsiistuutu "gara fulduraattii, maal ta'uu barbaadduu?" jettii barattootashee gaafatti.
Tarreedhaan deebisaa deemanii, dabareen irra ga'e.
Inniis akkas jechuun Hawwii isa ibsate, "Gara fuulduraatti Biiliyeenara ta'uun barbaada!
konkolaataa fi jeettii qaalii ta'aniin deemuun barbaada. Dubara Miidhagduusheen fuudha! Ishee waliin Appaartaama biyya dubaayitti ijaarranna! yoo bashananuu barbaanne 'Paaris magaalaa gudditti faransaay deemuuf Jeettii keenya gargaaramna! Viizaa daangaa hin qabne gargaaramna! Akkan ishee jaalladhu guyyaattii si'a sadii ittan hiima! Turistiiwwan gurguddoo addunyaa kana ni daawwanna!" jedheen
Barsiistuun kun deebiinCaalaa baayee ajaa'ibsiifattee, ishee fajajchus, Obsitee ajaa'ibsiifattee darbite, gaaffii itti aanu "boontuu atoo maal ta'uu feeta?" jettiin
Boontuunis akkana jechuun deebiste
"Haadha manaa caalaa ta'uun barbaada" jette.
๐๐
Nagaan Oolaa!
Maxxansikoo biroon akka si qaqqabuuf pageko Birraa Tamana follow godhii darbi.
28/06/2024
You are our hero, forever in our hearts!
28/06/2024
Saffisa qabaachuukee caala,
Kallattii qabachuu
Keetu
Caalaa!
17/06/2024
!
19/05/2024
Remember these day don't forget
16/05/2024
โโโFโOโLโLโOโWโโโ
โโโโโโฒโโโโฑโโ
โญโโโฎโญโโฎโ โญโโฎโญโโโฎ
โฐโฐโฐโโโญโฎโ โญโฎโโโฏโฏโฏ
โโโ โโโโโ
โโโโโ โ
โโโ โโโโฐโปโฏโโโโ โ
โโโ โฐโโโโMโEโโโโ
16/05/2024
Nattuun
Badu
Kanaaf
Diinonnikoo
Faara
........badu!
10/04/2024
"Ammas Injifatamaan warruma si galaafate"๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
23/03/2024
โ๏ธ
โโโFโOโLโLโOโWโโโ
โโโโโโฒโโโโฑโโ
โญโโโฎโญโโฎโ โญโโฎโญโโโฎ
โฐโฐโฐโโโญโฎโ โญโฎโโโฏโฏโฏ
โโโ โโโโโ
โโโโโ โ
โโโ โโโฐโปโฏโโโโ โ
โโโ โฐโโโโMโEโโโโ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Website
Address
Addis Ababa
DUBAI