25/09/2024
✓Kootta waaqa waliin kichuu kana qaamafi qalbii isa fayyiimnaa 🤲🤲🤲
Galmii Diida qaamii isa gamii tokko hinhojatuu yaala gahaa hin arganne ado nu jirruu ganna kananii Abdii kutatee mana deebiiyuu hin mallee 🤦 kootta waaqa waliin fayyiifannaa🤲 loomiin 50 nama tokko baa nama 50ttii bashanana, Diqqoo jettee hin tufatiin waan qabdu keessaa bira dhaabadhii
Nama ta'uuf nama gargaaruun qoftii gahaadha
KOOTTA DIRQAMAA NAMUMAA BAANA🤲🤦
Maatiin hanga humna isaanitti carraaqanii fulaa hedduun bahanillee barataa Galmii Diidaa yaala isa barbaachisu argachuu hindandeenne,Maatiin isaa maatii harka qalleessaa waan taatefi.Ammoo yaala isaa Barbaachisu dhabullee Galata Waaqaa Lubbuun hafee qaaman miidhamaa ta'e .Harkii bitaa guutumaan guututti hinhojatu meeshaa ittin socho'uu gahaa argachuu dhabullee Miilan deemuu diqqaattulle nidanda'a.
Barataa Galmii Diidaa Qaamaa qofaan osoo hinta'in Sammuun (pschological) s miidhamaa jira, barataan ani waliin baradhe ya baratee xumure ani yoom baradhee xumura,Maalin deema ? yaa Rabbii maalif tana natti fidda jedhee guddoo mataa ofi nyaata.
fayyinnii harka waaqaa keessa jiraa waaqi keessaa nuu xuuxinna.yoo ani amma yaada kana sii barreessuutti Galmi uleen deema. amma barnootaatti deebi'ee barnoota isaa waggaa 1ttii haftee tana xumuruu barbaada. maatiinis gama cufaatti bonni horii nama irraa fuudhee ture dabalataan yaala kanaafis baasii hedduu baasan. Barataan kun har'allee yaala isa barbaachisu yoo argate fayyuu ni danda'a.amma barataan kun deemee barachuuf deeggarsa kiyyaa fi kee barbaada waan ta'eef yoo danda'aame hospitaala Hawaasaa irra bahee akka yaalamu baarbaanna.
Kanaafuu Barataa Galmii Diida Waariyoo Deeggarsa Lammii barbaada waan dandeettaniin bira ha dhaabbannu.
Waltaanee mucaa kana akka inni barumsaatti deebi'ee baratu haa gonuu lammii tiiyya.🤦
Nama Gargaaruuf Nama Ta'uun Qooftii Gahaadha.