Maammee Abbaa Dursaa

Maammee Abbaa Dursaa

Share

Afaan Aadaa fi eenyummaa ofiitiin boonuun kabajaa fi ulfina keetiif murteessadha.

19/06/2022
19/06/2022

Dhaamsa Barattoota yeroo ammaa barachaa jiran hundaaf yeroo ammaa oomisha keessan kan waggaa itti sassaabbattan waan ta'eef Qorumsa xumuura seemisteera 2ffaa bara 2014tiif akka ofqopheessitaniin Dhaamsa keenya. Dubbisuun soora sammuuti.

17/05/2022

Barachuun rakkoowwaniif fala barbaaduudha.
Barachuun ofiin ofgaafachuu fi ofumaaf deebii ofiif kennuudha.

05/05/2022

Akka biyyaatti biyyi nuti qabnu tanuma biyya teenya rakkoowwan kallattii garagaraatiin ishee mudate furuu keessatti shoora olaanaa kan qabu barnootaaf barnoota qofadha. Quuqamtoonni barnootaaf fi hayyoonni barnootaa hundinuu hamma dandeenye qulqullina barnootaa mirkaneessuuf gahee keenya haa baanu.

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Addis Ababa