Alhamdulilah
Sadik hasan
♥️✅🥰✅
31/07/2022
yaali share godhii kan hin beekneef qoodi Jzk......keyran
--------------------------------------==
اطول سوره في القران{ البقره}
1⃣ irra dheeraan suuraa qur'aana keessaa suuraa
《baqaraa》
اقصر سوره في القران {الكوثر}
2⃣Irra gabaabaa qur'aana keessaa suuraaa
《al kowsar》
افضل شراب اشار له القران {الحليب}
3⃣Irra caalaa dhugaatii qur'aanni dubbate 《aannan》
افضل طعام اشار اليه القران {العسل}
4⃣Irra caaltuun nyaataa qur'aanniitti akeekee 《Damma》
اعزم الايه في القران {ايه الكرسي}
5⃣Irra caaltuun qur'aana keessaa
《aayatul kursii》
اطول ايه في القران ايه الدين {البقره}
6⃣Irra dheertuun aayaa qur'aana keesstti 《aayatul deyni al baqaraah》
اقصر ايه في القران {مدهامتان }
7⃣Irra gabaabduun aayaa qur'aana keessatti 《مدهامتان 》
ابغى الحالات ذكر القران{ الطلاق}
8⃣Irra jibbamaa qur'aanni dubbate
《Nikaa wal hiikuu》
اطول عدد ذكر في القران {100,000}
9⃣Irra dheertuun lakk.. qur'aana keessatti dubbatame 《kuma dhibba》
اطول كلمه في القران فاسقيناكموه الحجر
1⃣0⃣Irra dheertuun jechaa qur'aana keessatti dubbatame
《فاسقينا كموه الحجر22 》
اكسر الاحرف استخداما في القران حرف {الاليف}
1⃣1⃣Irra caalaa qubee qur'aana keessatti faayyadamtu 《aliif》
اقل حرف استقدام القران حرف {اظاء}
1⃣2⃣Irra xiqqaa qubeequr'aana keessatti itti faayyadamuun《 الظاء》
افضل ليد اشاره اليها قران《 ليله القدر》
1⃣3⃣Irra caaltuun halkanii qur'aanni hime
《leyla qadir》
افضل شهر اشار اليه القران {رمضان}
1⃣4⃣Irra caalaan baatii qur'aanni dubbatee baatii 《ramadaana 》
اكبر حيوان اشار اليه القران {الحوت}
1⃣5⃣Irra caalaan bineensa /haywaan/ qur'aanni dubbatee 《al huut qurxummii
اصغر حيوان اشار اليه القران {البعوضة}
1⃣6⃣Irra xiqqaan qur'aanni haywaanaa 《binbeee
افضل السوره في القران {الفاتحه}
1⃣7⃣Irra caaltuun qur'aana keessaa
《suuratul faatihaa
اقصر سوره التي ذكرت نعمه الهي {سوره النحل}
1⃣8⃣Irra baay'ee suuraa ni'imaa rabbii dubbatee
《Suuratul Nahlii
اكثر الاسماء الله الحسنى ورودا في القران {الله}
1⃣9⃣Irra baay'ee maqaa rabbii qur'aana keessa jiru 《aLLaa
اقصر من انبياء الله ردوا اسمعه في القران {موسى}..
30/07/2022
Baga geessan Yaa obboleewwan Kenya
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
20