10/09/2026
💥 NIINIMA GALATASAA
Ilaa ijoolleen kennaa Waaqayyoo ti,dhala godhachuunis bu'aa inni namaaf kennuu dha.
Faarfannaa 127:3
Waggaa haaraatti Waaqayyo Mucaadhaan nu Eebbiseera baga bara haaraa 2019 geessan isiniifis mana keessanitti waan haaraan haa dhalatu