Merga Alemu official

Merga Alemu official

Share

Yesuus kritoos dhugumaan ilma waaqayyooti. Fayyisaa biyyaa lafaa hundaati isa malee jireenyi hin jiru�

24/05/2025

Maqaa yesuusiin Eebbikee akkas dachaa dachaa haa ta'u!

11/06/2024

Siinan oolee ya Waaqayyo siinan oolee
Na balleessuuf ture diinnii Mala maale
Situ caala yaa Waaqayyo situ caalaa
Harkikee narra hin fagaatu kan jaalalaa

25/09/2023

⭐️

Photos from Merga Alemu official's post 14/05/2023

Kanan yaadeen olitti (3)
Gooftaa na gargaartetta ati
Qooda gaaruumma keetii yammun yaadee ilaaluu;
Ol gubbaa waaqarratti galanni kee haa caaluu🙏🙏🙏🙏🙏

Photos from Merga Alemu official's post 11/04/2023

7 Akka simbirroonni kiyyoo adamsituu jalaa baatu, nuyis isaan jalaa in baane kiyyichi in ciccite, nuyis jalaa in baane. 8 Maqaa Waaqayyoo isa waaqaa fi lafa uumeen, nuyi gargaarsa arganne.
Far. 124:7&8

16/03/2023

Yaadni Kee
👉Wanti ati barbaadduu
👉Kaaroorri Kee
👉Adeemsi jireenya Kee
👉Kaayyoon jireenya Kee
Hundumtuu Akka siif raawwatu Yoo barbaadee
🙏Hin Gaddin
🙏Hin Aariin
🙏Abdii hin kutatin
🔥👉 Waqayyootti Gammachuu qabaadhu
Waan barbaadduu Hundaa ni Argatta 🙏🙏🤲

25/02/2023

Suuta jedheen hiixadhee si harkaa fudhadha waan gaarii,
Jarjarees waan hamaa hin dubbadhu Akka aarii,
Turtiin Kee hamaaf miti gaarummaa galaasa,
Guyyaa tokko harkiikee dhiphina kana hareeti calaasa.

15/01/2023

Eebbifamii Biqoo

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Nekemte
Addis Ababa