25/02/2022
Seenaa Ajaaiba
Obbolleyan Seenaatana obsaan dubisa
Seena
Mucatokkotu turee mucaan hadha hinqabu Abbaan isaa jartiibira fudhee ilma bira irradhale
Akkumabekamu Namin hadha hinqabne roorifamadha
Mucahadha hinqabnnekana loon bobasisifti ilmi isi garuu mana ola
mucaan hadha hinqabnne kun nyataas ittihin kanitu akkasiin horiibobbasa ola
Garu hiyyeesa Rabbiituu jiraf Akkuma ja'ansana Mucan kun yarobabahe bakkuma horiitiysutti binensa warsisa ja'amu argeeture mucanis akkana ja'an "Warsisako Warsis dhamsa harmeeti Warsis" ja'an binensinis Faltifi Fincaan bubusa.
Faltiin marqa tatefi fincaanis Aannan taheef nyachature. osuma akkanajiru Gaafatokko muca mana oolusan jalabobbafte. Dhifama Ammaf asumatin dhaba yarotu nadeem Nahordofu hindagatina.