24/06/2024
Olis kaadhu gadiis kaadhu nuti ijolleee lîxâätî
Ãbdõ Böśś
Simbøø Abdiisä
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mo,aa deraje, College & University, Addis Ababa.
24/06/2024
Olis kaadhu gadiis kaadhu nuti ijolleee lîxâätî
Ãbdõ Böśś
Simbøø Abdiisä
02/01/2023
NAMNI BEEKAAN ...............
Lakki qalbeffadhu tasa hin jarjarinii
Jaalaluma dhugaa fuutee hin boressinii
Gabbuun kee hin oolu darbee guyyan kun
👉👉👉. .👈👈👈
Waan ati na jibbiteef bar naa galee jiraa
Horiin na jijjirtee anaaf rabbi jiraa
Yoon fayyaa qabaadhee horrin bor harka koo jira
Kan harraa hin ilaalin bor hundi isaa darbaa
Anuumaaf si kessaa tokko keenya gabbaa
👉👉👉. .👈👈👈
Harra maal agartee duratti ana beektaa
Kan biraa yoommuu agarrtuu maalif naa dagattaa
Kottuu qarsharii koo lakkii iddoo hin taanetti kuftaa
Kan caaluun baarbaada jeechuu kee itti dhiisi
Barri kun dabartee Wal nu gabbisiisti
👉👉👉. .👈👈👈
Hiyyummaa koo hin laalin jaala koo sin gorsaa
Dhabus sanyii mitii naaf darba akka tasaa
Kalessi harra mitii rabbi bor Wal nu qixxessaa
Fulduraaf duuba kee yoo ilaalte maal laataa
Bor gaafa hiriyyatti dabarsee si laataa
Ergaa ati jettee eegaa maalin godhaa
Anis kan carraa koon rabbiirraa eggadhaa
Deemsa milkii qabuu adeemi jaala koo
Erga deemuuf kaatee nagatti hirii kooo
❣️❣️❣️By Mó, âä Dérëje Jd❣️❣️❣️
❣️❣️Mandiideooo sanyii toleeee kooooooo ❣️❣️
❣️❣️❣️ Writing by Äbãbå Ãbïshū❣️❣️❣️