Akka isin waaqayyoo hin jaalanne anuu hubadheera.
Yaa waaqa jaalala kee nu keni
Tisse odo
1 Ofta'uun furtuu fulaa jireenya qananiiti.
2 success is the enemy success.
3 waan cabu, cabsi. Tika
Karaa kee waaqayyoti kennadhu isas amanadhu, innisi si raawwata.
Faarfannaa d 37:5
Rabbiin dinota kessani irra beekaadha.
Eegumsaaf rabbiin qofti gahaadha.
An-nisa Quran
26/08/2023
Jilbaan malee jibbaan moo'ichi hin jiru.
Ani ammaa waa'een uuffata kana uffaadhee dhaabachuun koo ykn digiri tokko fixuun koo homaayyu na hin dinqu garuu Kan na dinqu yoo jiraate uffata kana uffaachuuf waan ani keessa darbee dhufeedha. Ammaa yeroo uffatan dhaabatan salphaa fakkaachuu dande'aa. Rakkoo baay'ee qaba. Haleluyya waaqayyoon worra sadarka guutani uffatani na godheera. Yeroo ittini uuffata kana uffaadhuu na dhufeera garuu adeemsa woggaa hedduu kessatti uffaana har'aa kana uuffaachuuf mudannoo fi muxaanno hundaa hin dagadhu. Ammaa gammachuu guddaa qaba. Maalifi yoo jeetelle ulaaga guute uffaadhee jirraa. Yeroon kiyyaas ammaa. Addoo sadarkaa uffata kana hin gahini umuri kiyyaa gaa'eelaf gahee. Uffatichi uffata abbaan fedhee uffate deemu mitti. Uffata lafa barbaadani deemanu miti. Uffata kana uffaachuun ulaaga qaba. Haleluyya waaqayyoon worra sadarka guutani uffatani na godheera. Yeroo ittini uuffata kana uffaadhuu na dhufeera garuu adeemsa woggaa hedduu kessatti uffaana har'aa kana uuffaachuuf mudannoo fi muxaanno na qunamtee hin dagadhu. Ammaa gammachuu guddaa qaba. Maalifi yoo jeetelle ulaaga guute uffaadhee jirraa. Yeroon kiyyaas ammaa. Addoo sadarkaa uffata kana hin gahini umuri kiyyaa gaa'eelaf gahee. Uffatichi uffata abbaan fedhee uffate deemu mitti
07/07/2023
Mul'ata keef loli.
Yeroo hundumaa namoonni si balleessuuf hojjetan ni jiraatu. Isaan si qeequ (hadheessu), sitti qoosu, sitti aarus. Haa ta'u gocha isaaniif ati itti hin gaafatamtu Kan qofaaf malee.
Mul'ata keef loli yeroo qooduu qabdu qofa abjuu kee qoodi, eenyuuf akka qooddu murteessuu irratti of eeggadhu. Hojii isa duubaa hojjedhuu yeroo deemsichi ulfaatu immoo bakkuma kee turi. Mormiin akka sitti ka'u eegi, rakkoo fi himata diinni kee si doorsisuuf sitti fidu akka si miidhu hin eyyamiin. Murtoo keeti cichi, galma keef hojjedhuu.
Lola duubaan dhufuun akka hin mo'amnetti calleensa ilaaltee hin gowwoomiin. Waan si barbaachisu waaqayyotti himadhu, warra si cunqursaniif deebii akka inni deebisuuf isaaf heyyemi. Ofii kee deebii isaaniif hin kenniin.
Dubbisuuf kessanifi guddaa galatooma. Abbaa kaaruu
Faayidaa durbaa modelisti 2 nata himi
25/06/2023
Ijoolee karaa hundaan na cinnaa dhabaata turtanii guddaa galatooma jechuun barbaada.
Gaara gaaddisa seete, yoo aduuni dhiituu gaabita.
Gaarayyu niitii seete, yoo bagooni dhuftuu gaabita.
Abbeera ilmaa seete, yoo dhaaltii geettuu gaabita.
Dabaree handhuraa seete, yoo galtii geettuu gaabita.
Oromoo gabraa kenna
21/06/2023
Gaafa na jaalatu hiyyumma koo naf kabaji.
Isa du'e hin kaafattu, Isa jiru waa hin gaafattu, fuuldureen keeti qileedha.
Gondooroo
09/06/2023
user6329816151678 on TikTok user6329816151678's short video with ♬ original sound
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Website
Address
Addis Ababa
MALE