Gabrummaa Duuti Billisumma

Gabrummaa Duuti Billisumma

Share

Oromoo Liberation front

22/10/2025

Yaalii hannaa Finfinneetti tahe dhageessanii?

Akkas ture :-Dubartiin wayii konkolaataa DZIRE konkolaachisaa turte yeroo naannoo marfata Garjii geessu namoonni lama uffata danbii Poolisii Feederaalaa uffatan dhaabsisanii dubartitti harkisaanii konkolaataa keessaa buusanii daandii irratti darbatanii konkolaataa fudhatanii qajeelu.Yeroo isaan kana godhan Poolisiin Tiraafikaa argee motora kaafatee duubaan saayinerii iyyisiisaa faana bu'e.

Hattoonni kun akka Tiraafikni kun isaan hordofaa jiru yeroo barani daandii isaanii gadhiisuun daandii faallaa isaaniitti seenuun konkolaataa Vitz daandii isaa qabatee konkolaachisu waliin walitti b'uun dhaabatani.

Bakka sanattis Poolisii fakkachuun girri girrii uumanii Poolisii Tiraafikii harkaa bahuuf yaalanis gargaarsa namoota naannoo sana turaniin qabanii yeroo qorataman hattuu uffata danbii Poolisii Feederaalaa fayyadaman malee poolisii akka hin taane barameera.

Keessumaa dubartoonni konkolaataa qabattan of eegganno godhaa.Yeroo konkolaachiftan barrii konkolaataa arfanuu qollofaa (lock) godhaa.Gooyomsaa hattuuf daftanii wareertanii hannaaf hin saaxilamiinaa.Poolisiin Tiraafikaa sun haa galatoomu.

18/08/2023

W B O Waabii Saba Jirtuu
Jiraa Jedha Me

09/03/2023
23/09/2022

💟💟💟

21/09/2022

You are right

11/09/2022

Baga Bara Haaraa
Nagayaan gessaan
2015

03/09/2022

Jiraa Jirtuu Ilmaan
Aayyaa Kan Biyyaa Keessaa Jirtaaniif
Kan Biyyaa Ambaa Jirtaaniis
Bagaa Jirtaan Isiij Jechuu Kootii
Lafa Nagaa Bulaa

26/08/2022

Jaal Mo'ii ✔️ Wayyoo Ana Ha Nyaatuu Dacheen Sittii Ha Salphatuu
👇
Hacaaluu

19/08/2022

Jumaa Mubraak All Muslim
🤳🤳🤳🤳🤳🤳🤳🤳

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

London Kingdom
Addis Ababa
LONDONKINGDOM

Opening Hours

Monday 03:40 - 02:30