Odaa Tech

Odaa Tech Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Odaa Tech, Education Website, Addis Ababa.

  barii ta'aa✅
06/03/2023

barii ta'aa✅

06/03/2023
Page kana Follow itti roobsa✋
08/02/2023

Page kana Follow itti roobsa✋

Page kana FOLLOW godhaa✋60,000 FOLLOWERS PER MONTH☑️
08/02/2023

Page kana FOLLOW godhaa✋

60,000 FOLLOWERS PER MONTH☑️

Page kana Follow godhaa☑️
07/02/2023

Page kana Follow godhaa☑️

Jabaan Waaqa!
06/02/2023

Jabaan Waaqa!

Today's best Photo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
25/01/2023

Today's best Photo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤












YOOYYAA!Bakka jirtanitti akkam jirtu?BBC Afaan Oromoo odeeffannoo biyya keessaafi guutummaa addunyaa irraa kan Amajji 14...
14/01/2023

YOOYYAA!
Bakka jirtanitti akkam jirtu?
BBC Afaan Oromoo odeeffannoo biyya keessaafi guutummaa addunyaa irraa kan Amajji 14, 2023 isiniif dhiyeessuu jalqabeera.
Kanaan seenaa ↪️↪️ https://bbc.in/3QCqIhc

Mammaaksa Guyyuu BBC hin daganne.
Kan har'aa "'Maqaa baduu mannaa mataan baduu wayya' jette goondaan ciniintee hafte."

Hiika isaa nuuf barreessaa.
Guyyaa Gaarii!
http://bit.ly/3GlFIMN

Eenyutu qabsa'ee Eenyutu ittin gulufaaTokko taa'ee nyaataTokko sabaaf kufaaWallalaan  nu barsiisuufTaa'ee beekaatti hima...
06/01/2023

Eenyutu qabsa'ee
Eenyutu ittin gulufaa
Tokko taa'ee nyaata
Tokko sabaaf kufaa

Wallalaan nu barsiisuuf
Taa'ee beekaatti himaa
Oromoon omaa hin bekne
Gidduu kanaa dhumaa!!!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa Tech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share