Ethio Pediatric tips

Ethio Pediatric tips Making the most of our time together with pediatrics

17/08/2026

Toonsilii funyaanii maaltu fida? furmaanni? ...

17/08/2026

IMIMMAAN baay'achus xiqqaachuus hinqabu. maaltu baay'isa ykn xiqqee...

14/08/2026

LAAFINA LAFEE (Osteoporosis)

Osteoporosis jechuun dhukkuba lafee yommuu ta'uu, cimina lafee hir'isuun, lafeen namaa salphaatti akka cabu kan taasisuu dha.

Yeroo baay'ee hanga lafeen cabutti mallattoo ifa ta'e hin mul'iisu.

Dhibeen kun namoota dulooman irratti baay'ata.

*Wantoota Laafina lafeef nama saaxilan

◦ Dubartiif umurii laguun itti dhaabbatu booda
(Postmenopause)
◦ Umrii waggaa 50 ol ta'uu
◦ Maatii keessaa namaa laafina lafee qabu jiraachuu
◦ Hanqina Kaalshiyeemii
◦ Hanqina Vitaminii D
◦ Sochii qaamaa ga'aa ta'ee gochuu dhabuu
◦ Tamboo xuuxuu
◦ Alkoolii baay'inaan fayyadamuu
◦ Qorichoota akka steroid, hormone therapy yeroo dheeraaf fayyadamuu
◦ Dhukkuboota tokko tokko -Sukkaaraa, Taayiroyidii Fi kkf.

*Lafee kamtu caalaatti cabaaf Saaxilama
◦ Lafee mudhii (hip)
◦ Lafee dugdaa (vertebrae)
◦ Lafee harkaa(wrist)

*Fayyaa Lafee keenya akkamitti eeguu dandeenya?
◦ Kaalshiyeemii gahaa argachuu
° nyaata kaalshiyemin badhaadhe kan akka Aannan fi oomisha aannanii, Qurxummii, Raafuu nyaachuu
◦ Vitamin D gahaa argachuun- Ifa aduu sirrii argachuu, nyaata Vitamin D qabu fayyadamuu, (Tiruu, Hanqaaquu,Qurxummii)
◦ Sochii qaamaa gahaa gochuu
◦ Tamboo xuuxuu dhiisuu
◦ Alkoolii dhaabuu/Xiqqeessuu

👉 Namoonni saaxilamoo ta'an (risk olii qaban) yeroon gochuun caba lafee isaanii hambisuu danda'u.

14/08/2026
14/08/2026

Amala daa'imman uumamaan qabanii fi haala guddisaa beekuu qabnu ...

10/08/2026

Guddina dandeettii afaanii fi garaagarummaa mul’achuu malan ...

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ethio Pediatric tips posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share