Hangatuu Bareedduu Abdii

Hangatuu Bareedduu Abdii Namayyuu hin fakkaatin
Of tahuu hin qaanfatin. Dhaamsa Abbaa kiyya Ali Birra ti. Fuulli RABBII itti jedhee❤🙏❤

Onnee Qulqulluun Akka Biiftuu Ganamati Jajjabina Namaaf Kenniti Allahamdulillaah❤🙏❤
25/08/2026

Onnee Qulqulluun Akka Biiftuu Ganamati Jajjabina Namaaf Kenniti Allahamdulillaah❤🙏❤

  haraami moo halaali? ♥️===♥️===♥️Namoonni tokko tokkoo akka waan jaalalti haraama taatee tokkotti yoo wa'ee jaalalaa d...
18/08/2026

haraami moo halaali? ♥️===♥️===♥️

Namoonni tokko tokkoo akka waan jaalalti haraama taatee tokkotti yoo wa'ee jaalalaa dubbatte Si jajuu garuu yaanni akkasii dogongora.

Sababniniis jaalalti kan onneeti onneeniis waan itti dhaga'amu irra hin gaafatantu.💝

kanaafu Jaalalti
halaalis mitii haraamaas mitii..

Jaalalti Sadarkaa qabdii
Irraa caaltuun jaalalaa tan
Rabbii fii Ergama isaa jaalachuti💚
Taaniis jaalala maati ofiitifii tan jaarsafi jaarti jiddutti argamtuudha

Jaalachuu fi jaalatamuun
Jireenya ilma nama keessati shoora guddaa qaba.

Osoo jaalalli hin jiraanne
fuudha fii herumnii hin jiruu.

Osoo fuudhafi heerumni jiraatuu baate ilmaan horuun hin jiruu.

Osoo ilmoon dhalatuu
Baate jiruu wanti
ja'ama hin jirtuu.

Kanaafuu jaalalti
bu'ura jireenyati.❣

Gabaabdumatti. Jaalalti bultii halaal jaaruuf jaalatan halaali.

Jaalalti zinaa itti dalaguuf
jaalatan haraami.

Rabbiin halaal malee haraam nun haa didu AMIIIN YAA RABBII ALAMIIN 🤲🥰

Sirritti laaluun sirritti si hubachiisa Sirritti hubatuun sirritti si dubbachiisa.😍  Hangatuu Bareedduu AbdiiNaaf godha ...
07/08/2026

Sirritti laaluun sirritti si hubachiisa
Sirritti hubatuun sirritti si dubbachiisa.😍



Hangatuu Bareedduu Abdii
Naaf godha 😍😍❤❤😍😍😍

Jaalalti dhugaa laaftuu miti, Jaalalti laaftuun immoo jaalala dhugaati miti jaalala sobatii!😍😍😍 Hangatuu Bareedduu Abdii
05/08/2026

Jaalalti dhugaa laaftuu miti, Jaalalti laaftuun immoo jaalala dhugaati miti jaalala sobatii!😍😍😍

Hangatuu Bareedduu Abdii

Namaa fuulaaf si jaalatee osoo hin taane nama fuula duraaf si jaalate jaaladhu ❤🫶❤️
03/08/2026

Namaa fuulaaf si jaalatee osoo hin taane
nama fuula duraaf si jaalate jaaladhu ❤🫶❤️

Yeroo Nama Jaallatu Nama Addunyarraa Bareedu Osoo Hin Taane Nama Addunyaa Tana Siif Bareechu Jaalladhu❤❤❤
20/07/2026

Yeroo Nama Jaallatu Nama Addunyarraa Bareedu Osoo Hin Taane Nama Addunyaa Tana Siif Bareechu Jaalladhu❤❤❤

🌿 Guyyaa Jumu'aa Kabajamaa Kana 🌿Guyyaan Jumu'aan guyyaa rahmataa, araaramaa fi yeroo du'aan itti caalaatti qeebalamtu k...
10/07/2026

🌿 Guyyaa Jumu'aa Kabajamaa Kana 🌿

Guyyaan Jumu'aan guyyaa rahmataa, araaramaa fi yeroo du'aan itti caalaatti qeebalamtu keessaa isa guddaadha. Kanaaf har'a harka keenya gara Rabbii ol kaasnee wal haa yaadannu.

🤲 Yaa Rabbii! Cubbuu keenya hunda nuuf araarami. Qalbii keenya iimaanaan nuuf guuti. Karaa Kee sirrii irrati nu jabeessi. Dhumni keenya gaarii akka ta'u nuuf godhi.

🤲 Yaa Rabbii! Dhukkubsattoota hunda fayyaa guutuu deebisifi. Warra hospitaala keessa jiran, warra mana isaanii keessatti dhukkubsatan, fi warra dhukkubni isaanii nama irraa dhokate hunda araarama Keeti fi fayyaa isaanii guutuu kennifi.

🤲 Yaa Rabbii! Warra yaaddoo,fi gaddaa dhiphina jireenyaatiin qalbiin isaanii cabdee hunda boqonnaa fi tasgabbii qalbii isaaniitif kenni. Yaaddoo isaanii gammachuudhaan jijjiiri; imimmaan isaanii gammachuun bakka buusi.

🤲 Yaa Rabbii! Nama hojii barbaadu hunda hojii gaarii isaaf kenni. Nama rakkoo maallaqaatiin dhiphate bal'ina rizqii isaaf banu. Nama liqii keessa jiru liqii isaa irraa baasi.

🤲 Yaa Rabbii! Maatii keenya nagaan tiksi. Ijoollee keenya qajeelchi. Warra du'an hunda araaramifi. Qabrii isaanii ifa godhi; Jannatal Firdawsiin isaan qananiisi.😢

🤲 Yaa Rabbii! Uummata Muslimaa addunyaa guutuu keessaa jiran nagayaa fi tokkummaa irratti jabeessi. Warra cunqurfaman gargaari; warra beela'an soori; warra sodaa fi rakkoo keessa jiran nageenya isaaniif deebisi.

🤲 Yaa Rabbii! Du'aaii keenya har'aa nuuf qeebali. Guyyaa Jumu'aa kana sababaa araaramaa, rahmataa, milkaa'inaa fi gammachuu keenya nuuf godhi.

Aamiin Yaa Rabbal-'Aalamiin. 🌹

اللهم صلِّ وسلم وبارك على نبينا محمد، وعلى آله وصحبه أجمعين.🤲💜🤍❤🖤
゚viralシ

Hammam yoo si jaallatanisakka ati isaaniirra caaltu hin barbaadanየፈለገ ቢወዱህእንድትበልጣቸው አይፈልጉምModel keessan 🤌♥️
19/06/2026

Hammam yoo si jaallatanis
akka ati isaaniirra caaltu hin barbaadan

የፈለገ ቢወዱህ
እንድትበልጣቸው አይፈልጉም

Model keessan 🤌♥️

Boo'eef si hin hambisuErga deemsaaf kaateeImimmaan koo hin jigsuGaraan na hammaatee!Garaa koo hidhadheenMiila koo jabees...
10/06/2026

Boo'eef si hin hambisu
Erga deemsaaf kaatee
Imimmaan koo hin jigsu
Garaan na hammaatee!

Garaa koo hidhadheen
Miila koo jabeessa
Otoon boo'uu fedhuun
Kolfaa si gaggeessa!

09/06/2026




Address

West Harargee
Addis Ababa
CIROO

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hangatuu Bareedduu Abdii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share