06/12/2025
✍️ Dubbiin ibiddaa ja'an .
ibiddi Muka nyaata .
✍️ Dubbiin Nama nyaatti .
✍️ibiddaa dhaamsuu yoo barbaadde .
Muka gubbaan itti hin ida'in .
✍️ Ofii isaatii dhaama .
Dubbin Akkasi .
✍️ waahunda Caalaa joolleen teenya Nama hin arrabsinaa .
✍️ Nama Arrabsuun Daangaa Dabruu hin qabdan .
Galatoomaa 🤝
05/12/2025