Al-Athariyyah Tv الأثرية

Al-Athariyyah Tv الأثرية MEDIA DAWA'AA

15/01/2026

[ Kutaa 5 FFAA ]--Da'waa Salafiyyaa ilaalchisee dhara uffata haqaa uffate saaxiluu~ كشف شبهات حول الدعوة السلفية ،
- Muhaadaraa Sheikh Abdulaziz Al-Rayyisiin godhamtee gara Afaan Oromootti Jijjiiramte…

https://youtu.be/JVTz1MGeOzI?si=kWkzHtTBbADvzreR-  Sagntaan tuni gama Biiftuu Sunnaatin  dabaraa turte  , amma booda gam...
12/01/2026

https://youtu.be/JVTz1MGeOzI?si=kWkzHtTBbADvzreR
- Sagntaan tuni gama Biiftuu Sunnaatin dabaraa turte , amma booda gama TV -ASARIYYA Nuf dabartii. kutaa kana dura debarte YouTube irra argachuu danddeeyssan

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

08/01/2026

Gorsa gabaabaa Sheikh Rabi'i Ibn Haadii Al-Madkhalii-Rahimahullaah Salafiyyootaaf kennaan

06/01/2026

manzumaa ibnu Ishaaq kutaa 3 ffaa

04/01/2026

Aslamuleykum werhamtulahi webrekatuh ...
Yaa warra Fitnaa oofaa jirtan lubbuma teessan miitan , Sheikh Abdulkariim ahmad Qeequuf oliigad fiigaa waan jirtan kuni , hammenya enyuumaa keessani ammllee irrina ilmiitifi fahamii manhaja salafaa qabaachu kessan mullisaa jira . InshaAllah haala jiruu torbee kana keesatti , shekh Abdulkariim Ahmad waa'ee kanarratti ibsa kanna .

02/01/2026
🌟 ODUU GAMMACHUU 🌟Sagantaan Dowraa Miidiyaa TV Asariyyaatiin qophaa’e👉 har’a galgala ni eegala.📚 Kitaaboota Qara’aman, U...
01/01/2026

🌟 ODUU GAMMACHUU 🌟
Sagantaan Dowraa Miidiyaa TV Asariyyaatiin qophaa’e
👉 har’a galgala ni eegala.
📚 Kitaaboota Qara’aman, Ustaazoota Qaraasisan fi Sa’aatii Isaa👇
1️⃣ Risaalaa Manzuumat Abi Ishaaq
🎤 Ustaaz Abu Suleiman
⏰ Sa’aatii 2:45 – 3:40
2️⃣ Qawaa‘idul Arba’aa
📖 Kan Sheikhul-Islaam Muhammad Ibn Abdul-Wahhaab
🎤 Ustaaz Muhammad Ibn Hasan
⏰ Sa’aatii 4:00 – 4:45
⚠️ Yaadachiisa:
Yeroodhaan argamaa, akkaan hirmaadhaa.
Baarakallaahu fiikum.
🏠 Bakki:
👉 Garee Telegrama TV Asariyyaa irratti
🔗 Liinkiiwwan:
👉 https://t.me/asariyyatv
👉 https://t.me/asariyyatv
🤝 Hubachiisa:
Obboleewwan keessaniif share gochuu,
isaan biraan gahuu fi isaan itti afeeruu hin dagatinaa.
Baarakallaahu fiikum. 🌸

Address

Adama
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Al-Athariyyah Tv الأثرية posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share