Saamii Ahimedsiraj Page

Saamii Ahimedsiraj Page

Share

Naman Dhugaan Jaalala Isaa Qabu
Daqiiqa Takkaaf Ija Dura Of Dhabuu
Hin Fedhu Yeroo Hunda. I πŸ’œ You.

05/10/2025
19/05/2025

Hunda keessaa filadhee
Si keenyaan bakka addaa
Keessa jiraadhu jennaan
Onnee koo fuutee baddaa?

Anoo ofirran si jaalla
Lubbuu kiyyan siif laadhaa
Akkamiinan danda'ee
Si dhabeetis jiraadha!

Atoo anaaf dhalattee
Anuma qofaaf maltaa!
Jaalala dhugaa dhiiftee
Kam barbaacha imalta?

Dhiigsitee onnee koo
Osoon siif gaggabuu
Narraa fagaatteetta
Fiigus sin qaqqabu!
Osoon siduuka ilaaluu
Madaan koo didee dhiige!

Dhumni isaa bareedaaree?
Kan waadaa galee diige!
Anaaf qooda rabbiiti
Hiree kootu siimiti.

Saamii Ahimedsiraj Page

12/03/2024

πŸ”ΉοΈNamoonni baay'en obsa akka Gowwummaatti ilaalu. Akkas osoo hin taane, obsi ilaalchaf dandeettii fageessanii yaaduti. Akkasumas wallaalanii osoo hin taane osoo beekanuu irra darbuudhas.
Namoonni yakka hojjatanii waggaa 5 fi isaa ol akka hidhaman kan itti murteeffamu, daqiiqaa 20 ykn 30f obsuu dadhabaniiti.

πŸ”ΉοΈJireenya kee keessatti Guyyoonni akka ati abdii kuttuu fi akka ati of jibbitu si taasisan baay'etu jira. Guyyoota kana yoo obsaan bira dabarte malee yoo obsaan bira hin dabarre jireenya kee duubatti deebi'uun zeeroo irraa eegalta.
Kanaafuu jireenya bifa haarayan duubatti deebitee jalqabuu osoo taane obsuu qabda.

Saamii Ahimedsiraj Page

24/09/2023

Qarreetu Marsee Eega
Eeyutu Saamii Qeeqa.
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁

21/09/2023

Waamicha Marsaa 3ffaa....

Namni kunis paastarummaa biras dabree, ani Nabiyyiidha ofiin jedhaa jira. Araaraa TV irratti beekamaadha. Maqaan isaa; Masarat Taayyee jedhama. Akkamitti akka nabiyyumaa argate?, eenyuun akka ergame? maaliif akka ergamee fi amantaa kamiin akka ergame wajjiin haasofnaa; toora Facebook koo! Toora tik tok fi Skype irratti akka naaf argamu kabajaadhaan isa gaafadheera. Share share godhaa biraan naaf gahaa. Kallattii kanaan yoo hin danda'mne ta'e, galmatti bakka hawaasni bal'aan argamanitti ni ta'a. Kan isaan wajjjiin marii kallattii barbaade, Ani obboleessa keessan: Xaahir Galatoo ti

Cc
Arara Tv World Wide

05/09/2023
Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Adama