24/09/2023
Issin Hin Hubbanee Male
Khun Jaalata
Kheeysanii Asumaanu
BG Gammadde Jechuun
Barbaada Murtee Khoo
Music
24/09/2023
Issin Hin Hubbanee Male
Khun Jaalata
Kheeysanii Asumaanu
BG Gammadde Jechuun
Barbaada Murtee Khoo
21/09/2023
Followeriimoo Rasuulatu shafa'aa nuuf ta'a?
~~~~~
Namoonni baay'een hordoftoota (followers) kootu hir'ata jedhanii sodaachuun islaamummaadhaa tuqamuufi yeroo Rasuula (s.a.w.) keenyaan waa jedhamu ilaalaa cal'isu. Garuu wanti isaan dagatan namni akkanaa eessattiyyuu yoomiyyuu kabaja hin qabu, of ta'ee jiraachuu hin danda'u. Ati diina diinii keetii gammachiisuuf jettee kabaja ofirraa fuunaan Rabbis sirraa fuudhe. Diinii keetii tuqamuu obsita yoo ta'e rakkoo guddaa qabda, anas yoo tae akkasuma. Anaafis siifis Rabbi iimaana nuuf haa kennu akkas taanaan.
Gaafa guyyaa aduun hanga taakkuu tokkoo mataatti gadi nama dhihaattu, gaafa hunduu yaa nafsi yaa nafsi jedhu, gaafa haati ilmoo ofiitti ilmoon haadha ofiitti gara jabaattu, gaafa dafqi kokkee ga'u, gaafa rifaasuun harrii yaasan,,, gaafa sana followerri biliyoonni tokko nama hin fayyadu, kabajni, ulfinni, hunduu bilaasha. Garuu isaan sifayyadu, Shafa'aa kan ta'u Rasuula (saw) keenya qofa.
Islaamummaafi Rasuula (s.a.w.) keenya ol waan kabajnuufi waan jaallannu hin qabnu Alhamdulillaah. Eenyuunuu jaallatamuuf jedhee, eenyuunuu kabajamuuf jedhee diinii kootiin, Ulul Azm Ashrafal kalqii Muhaammad Ahmad n hin qoosu. Sanuu nama eenyummaa kootiif na jibbuun faarfamuuf jedheemoo?
16/09/2023
😢
Wallaggi dhumaa jira
Finxaaleeyyii
isaan nuuf rafanii bulaa hin jiran. akkamiin reebna,dadhabsiifna,qallee ajjeesnee, dhabamsiifna jedhanii biyyaa hanga biyyaa alatti irratti invest godhanii nurratti hojjachaa jiru.
Nuti garuu isaan miidhuufillee hojjachuu baannu akkamiin akka ummanni roorroo kana ofirraa qolatu yaadnee hin beeynu. Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma kanaaf kara furmaatatti ceehuu qaba dirqamni irra jiruus kanuna.
Ayii keenya kana🥹
Yaa Rabbi ati ummata keenyaaf dirmadhu🤲
11/12/2021
11/12/2021
ANIIS SIIN JAALADHAA YAA
HABIBALAA
07/11/2021
(1000)
24/09/2021
J÷M
By Eymuu Habibii