12/04/2026
Ahiiiiiiiii duniyaa
Dinislaamaa guddisuuf kan dhaabbate
12/04/2026
Ahiiiiiiiii duniyaa
12/04/2026
Biyya hattuuf saamtun Abbaa gamoowwanii taatee V8n socha'u keessatti Barsiisaa akkanatti jireenyi boquu cabsite😭
12/04/2026
Afur fuudhuun faayidaa hedduu qabaatus isaan keessaa muraasni?
1. Carraa heerumaa uumun hanqina jaarsa dhabdummaa dubartoota mudatu xiqqeessa. Kunis daa'imman yatiima ta'aniifii dubartoonni jaarsa hin qabne akka hin heddummaanne taasisa.
2. Gaafa jaarti tee deessa hin rakkattu ykn hatuun sin barbaachisu jaartii biraa bira dhaqatta waan ta'eef.
3. Dubartiin kabajaan akka jiraattu ykn haadha warraa abaluu jedhamtee hawaasa keessatti akka kabajaan jiraatti godha. Kunis sagaagalummaa balleessa.
4. Dubartoonni 4 waan walitti hinaafaniif ta biraa caaltee argamuuf dorgommii gooti. Akka warra hafe caalaa na jaalatu jettee hundi waan waliin dorgomtuuf inni as keessa kunuunfama. Keessattuu dubartoota jaarsa hin kunuunsine irratti fuudhun yaada jaarsa! Kanaaf shamarran of eegaa! Garuu wanni bu'aa qabu miidhaa akkuma qabu... miidhaa isaa hoo nan hima moo nan dhiisa?
Gama Saayinsii fayyaatin dhiirti afur fuudhuun rakkoo tokkollee hin qabu fayyaa irratti.
Waa hundaafuu abbaan feetan 4 fuudhaa, an garuu takkuma qofan fuudha!
Galatoomaa! ©️ Dr. Hamza Jemal
12/04/2026
Rabbiin uleen nama milkeessaa yeroo garii
12/04/2026
wallaggaa dheebuu diinii akka qabduuf ragaa guddaadhaa
12/04/2026
Namni dhugaan Waaqoo Kadiir akka baatuuf Sababa taye ka jalqaba gara Miidiyaa fide Arefat Abubeker haa galatoomu🥰
29/03/2026
beektuu
marsaa 1ffaa
Qur'aannii waraqaan takkaa saraara 15 qabachuu
saraarri tokko harfii 30 ol qabaachuu
harfiin takka sawaaba 10 qabaachuu
Toltuun takka gaarii 10nin baayyifamuu hanga dachchaa 700 ttii bayyifamuu harfiin takka sawaaba 100 ol nama imaanni isaa darreetif qabaachuu gariif hanga 7000 ol qabaachuu
saraara takka yoon qaraatee xumurte 30x100=3000ykn 30x7000=210000 hanga kanaa olittii baayyifamuu saraarri 15x30=450 harfii qabaachuu
safaan takka sawaaba 3000x450=1350000ykn 210000x450=94500000 ykn asii ol qabaachuu
kasaaran guddoon guyyaan tokko osoo sawaaba dila kana hin arkatin ilma namaa jala darbuudhaa share gochuu hin dagatinaa
Diinni kiyya guddaan ardii tanarra jiru miskiinummaa fi hiyyummaadha
Alhamdulillaahi
Osoo mukni birrii daraaree dhalee silaa dubartiin mukatti ni heerumti turee