Wubishet Gelaso Telila

Wubishet Gelaso Telila Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wubishet Gelaso Telila, Personal coach, Adama.

16/03/2026
06/03/2026

Guyyaan Yaadannoo Adwaa waggaa 130ffaa MagaalaaAdaama kutaa Magalaa Luugoottii  sirna miidhagaa ta'een kabajamuu eegalee...
02/03/2026

Guyyaan Yaadannoo Adwaa waggaa 130ffaa MagaalaaAdaama kutaa Magalaa Luugoottii
sirna miidhagaa ta'een kabajamuu eegalee jira.

Adwaan Faajjii Bilisummaa Afirikaanotaa gootota ijoollee Itoophiyaatiin olkaa'ameedha.Adwaan Injifannoo bu'aa tokkummaa fi cichoomina Itoophiyaanotaati. Har'as birmadummaa Itoophiyaa abbootiin keenya aarsaa lubbuun tiksanii har'aan gahan hirmaannaa ijoollota isheetiin Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti ceesisuun dhaloota dhaalchifna.

    Magaalaa  Gaachaanni sirnaa   eenyumma,  ,   fi     !!
22/02/2026

Magaalaa

Gaachaanni sirnaa eenyumma, , fi
!!

Leenjiin qindoomina Waajjira Paartii Badhaadhinaa fi Komishinii Inspeekshinii Paartii Damee  Kutaa  magaalaa Luugoo  fi ...
15/02/2026

Leenjiin qindoomina Waajjira Paartii Badhaadhinaa fi Komishinii Inspeekshinii Paartii Damee Kutaa magaalaa Luugoo fi Aanaalee 3n Kutaa magaalichaa keessatti argamanif kennamaa jira.

Hoggansa, koree komishinii fi miseensonni paartichaa gahumsa siyaasaa, ijaarsaa, dinagdee fi hawaasummaa irratti karaa guutuu ta'een akka qabaatan gochuuf leenjiin ijaarsa dandeettii murteessaa ta’uu sadarkaa magaalaatti kennamee ture bifuma walfakkaatuun kutaa magaalaa fi aanaalee itti fufee kennamaa jira.

Leenjichi dambii fi qajeelfama paartichaa, naamusa gaarii fi malaammaltummaa ittisuurratti xiyyeeffachuun, hojiirra oolmaa gurmaa’insaa madaaluu fi hanqina jiru fooyyessuuf hubannoo bal’aa kennaaa akka cimsataniif kan kaayyeffatedha.

Hooggansi fi miseensonni leenjii kana fudhatanis hojii isaanii hundaa sirna paartii eeguun akka raawwataniif galtee guddaa waan ta’eef, leenjii kana hanga sadarkaa gurmaa’insa gadiitti babal’isuun akka kennamu marii irratti kaasanii jiru.

08/02/2026

Address

Adama

Telephone

+251954692604

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wubishet Gelaso Telila posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category