19/04/2026
GELANA GAROMSA 112 likes. "Gelana Garomsa ft Yosan Getahun - Galmee Seenaa - new Ethiopian (music 2026 )"
Yaaddoo
19/04/2026
GELANA GAROMSA 112 likes. "Gelana Garomsa ft Yosan Getahun - Galmee Seenaa - new Ethiopian (music 2026 )"
20/03/2026
Baraaf.........!!!!
Itiyoophiyaaf boohaa ilmaan itiyoophiyaatu oromoo qale jette boohuun fafa falmadhu .
Oromoon oromummaaf falmattu haa jiraattu.
A'aa yaa uummata keenya 💔💔
Daa'ima moo dargaggeessaa
Jaartii moo jaarsaa
Osoo jedhee hin qoodnee
Oromummaa keenyaaf
Mirga lubbuun jiraachuu dhabne.
Ayii yaa saba koo
Dhugaan ija qaba
Kan hubatee argeef
Hin dagatiinaa bullee Wal gaafanna yoo barri kun darbeef
Barri baratti haa dhaammattu!.
Ilaalcha dhukkubsachuu irraa argaa dhukkubsachuu wayya.
Dhukkuba dhuunfaa ofiif jettee dhukkuba waloo hin dhaliin.
Dubbachuun dura hubachuu.....✅
29/04/2023
Dudubbataa irra hubataatu qalbii qaba!.
Qalbii malee ijji hin agartu jedhu warri keenya!