Dawit Edesa

Dawit Edesa

Share

0929400205

10/10/2022

๐Ÿ’šโ™ฅ๏ธ๐Ÿ’š
Jira guyyaa dhugaan mullattu!

09/09/2022

โœ… Sibiilli jabaadha garuu, ibiddaan injifatama!
โœ… Ibiddi jabaadha garuu, bishaaniin injifatama!
โœ… Bishaan jabaadha garuu, duumessaan ni baatama!
โœ… Duumessi jabaadha garuu, qilleenssaan bittinnaa'a!
โœ… Qilleensi jabaadha garuu, lafti isa daangessiti!
โœ… Lafti jabaattuudha garuu, ilmi Addaamiin ni injifatama!
โœ… Ilmi Addaam jabaadha garuu, gaddi isa mo'a!
โœ… Gaddi jabaadha garuu, Dadhii wayiniin ni mo'aama!
โœ… Daadhii wayiniin jabaadha garuu, hirribaan mo'ama!
โœ… Hirribni jabaadha garuu, du'aan mo'ama!

Seenaan kun deemee deemee maaliin akka mo'amu ni beekama. Yesuus Kiristoos isa kaleessa, har'as, barabaraan sanuma ta'etu seenaa kana goolaba itti kenna. Karaan du'a ittiin injifatan du'uu qofa. Du'ee du'a kan injifate immoo ilma Waaqayyoo Gooftaa Yesuus Kiristoos qofadha!

๐Ÿ™

04/07/2022

Kesatii off ilalii

14/06/2022

Warri nama balleessuf katan ofii baduu .
Jalqabaniis waqayyoo wajiinaa AKKA naf ta'u barbada๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐Ÿ‘ฎ๐Ÿ‘ฎ๐ŸŽ…๐Ÿคถ๐Ÿ•ต๏ธ๐Ÿ•ต๏ธ๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Oromiyaa
Adama
Jร‰SSรœSS