19/05/2022
Bible stuy. Qu'anna macaafa Qulqullu. የመፃፍ ቅዱስ ጥናት
Bible study group.
19/05/2022
ኢየሱስ በስንት አመቱ ነዉ ሥራ የጀመረው ????
ለምን ????
19/12/2021
The Cross is our power !
Duuka buutu (Disciple) Boqonna1
1.1 Duuka buutuu jechuun maal jechuudha?
Duuka buutuu jechuun jecha afaan laatunii disciple jedhu irraa kan fudhatamee fi hojii irra kan oole jecha laatinii dispulas jecha jedhu irraa yoo ta'u hiki isaas leenji'aa (learner) jechuudha.
Haala baratamaa afaan ingiliffaatiin immoo barataa(student) jecha jedhu waliin Wal sima jechuudha.
Leenji'aa jecha jedhu leenjisaan akka jiru ykn barataa jechi jedhu barsiisaan akka jiru agarsiisa.
seenaa yesuus kiristos hanga waggaa 30 dura ture waantota beeknu 1. Waggaa 12 tti ayyana faasikaa ayyanefachuuf maatii waliin deemuu isaa
2. Waggaa 30 tti cuuphamuu isaa qofa malee seenaa isaa hanga wagga 30 guututti hin beeknu. Waanta inni ijoolummaa isaatti hojjete wanta baayyen hin barrefamne.
Qu"annaa macaafa qulqulluu irratti hubannoo qabdan nuuf qooda.
Title:-Christan theology/Doctrine/
ቁልፍ እና መሠረተዊ ነገር
1. እግዚአብሔር ማነው ???
1. Waaqayyo Eenyu. ???
Mata dureen kana jalatti ibsi akka isiniif kennamu (barumsa bu'uuraa) yoo barbbaddan comenti godha. Ykn mata duree irratti barachuu barbaaddan komentii irratti barressa.
Karaanis, Dhugaanis Jieeenyis Ana kan jedhe eenyuudha.??
Macaafa qulqulluu keessaa eessatti argama??
Bible stuy. Qu'anna macaafa Qulqullu. የመፃፍ ቅዱስ ጥናት Send a message to learn more
Click here to claim your Sponsored Listing.