Ati Eenyu?
Koodee amboo
Garaa dhiiraa beektu
galaa dhiiraa nyaatti! Kode amboo dhugaaf !
13/05/2025
゚
03/05/2025
Nagaa kootii
゚
03/05/2025
Qabsichi aarsaa danuu qabatuyyu galma ga'insaa isaatif hanga dhumaatti ni falmina.
"Abjuu sodaa hirribaa hin dhiisaan" Akkuma jedhamu; War-eegama,caba,ma-da'uu fi dhangala'uu dhii-gaa sodaadhaf umurii gabrumaa ofirratti hin goobsinu.
Gatiin dafqa nuti har'a cobsinuu bilisummaa saba keenyati.
Oromoo@
02/05/2025
Waan oromoof ta'uu qabduu hundaa otoo of hin qusatiin ijoollumaa kee irraa kaaste kanfalaa as geesse jirtaa.
Waaqni abbaa oromoo si waliin haa ta'uu!
Koodee amboo koo yaa'ummaa yakkaallachaa jiru osoo gartee silaa waanan keessa jiru FayeraMilion DiribaCarraa GarramooMonet GemechuJaal Abdii SabaJaalalaa dhugaa
Click here to claim your Sponsored Listing.