CGTN afaan oromo

CGTN afaan oromo

Share

Gabrummaan jiraachuurra du'a naaf wayya

01/10/2020

Shamarreen Oromoo 10,000 Warranni bilisummaa Oromoo WBOtti leenjifamanii dabalamaniiru

26/08/2019

Homepage

Accessibility links

Qabiyyeetti darbiSalphaatti argachuuf gargaarsa

Baafata

News

BBC

Kutaawwan

MM Abiy Ahimed Pirezidaantii Kooriyaa Kibbaa waliin mari'atan

Daqiiqaa 58 dura

Qoodi kana waliin Facebook Qoodi kana waliin WhatsApp Qoodi kana waliin Messenger Qoodi

ImageFBC

MM Abiy Ahimed daawannaa Kooriyaa Kibbaatti taasisaniin pirezidaantii Biyyattii Muun Jey In waliin mari'achuun waliigalteewwan garaagaraa walii mallatteessan.

Eegumsa naannoo, Saayinsii fi teeknoloojii,fi dhimmootni hariiroo alaa waliigaltee isaanii keessatti argamu. Hariiroon biyyota lameeniis kana caalaa bifa qindaa'aa taheen akka guddachuu qabu MM Abiy fedha isaanii dubbataniiru.

Dabalataan bara waraana Kooriyaawwanii loltoota Itoophiyaa hirmaatanii lubbuu dhaban yaadachuuf MM Abiy Ahimed bakka awwalcha biyyaalessaa biyyattitti habaaboo kaa'an.

Abiy erga pirezidaantiin Kooriyaa Kibbaa Moon Jey In bara 2017 muudameen as gaggeessittota Afrikaa keessa kan jalqaba Kooriyaa Kibbaa Daawwatan tahaniiru.

MM Abiy fi jilli isaanii daawwannaa isaanii Kooriyaa Kibbaan yeroo waraana Kooriyaa lamaanii loltoota Itoophiyaa aarsaa tahan yaadachuuf bakka awwaalchaa magaalaa Sehul jirutti habaaboo kaa'aniiru.

Hariiroon Itiyoophiyaa fi Kooriyaa bara 1940 keessa bara bulchiiinsa Haayilesillaasee irraa eegalee kan turedha.

Haayilesillaaseen yeroo sana loltoota isaanii Kibur Zabanyaa jedhaman bara waraana Kooriyaa lamaanii gara Kooriyaa Kibbaatti erguun akka loltoota Dhaabbata Mootummota Gamtoomaniitti makamuun waraanicha irratti akka hirmaatan taasisanii ture.

ImageFUULA FEESBUUKII WAAJIRA MINISTIRA MUUMMEEGoodayyaaMM Abiy Ahimed KIST kooiyaa yeroo daawwatan.

Dabalataan daawannaa isaanii har'aan Abiy Ahimed pirezidaantii Baankii Rippublika Kooriyaa EXIM waliin wal arguun mari'ataniiru.

Lamaan isaanii deeggarsa Itiyoophiyaaf godhamaa tureefi deeggarsa haaraa taasifamau irratti waliin mari'ataniiru.

Baankiin EXIM [Export-Import Bank of Korea] pirojeektota amma hojjetamaa jiraniif deeggarsa

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Newyork
Adama