Wรญz ร‡hรน Lvรซ

Wรญz ร‡hรน Lvรซ

Share

๐Ÿ’“Kaayyoon hojjennan milka'insi jira๐Ÿ’“
๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–
๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–
๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–
๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–
๐Ÿ’“๐Ÿ’“

12/02/2025

Kudhaama Onneekoโฃ๏ธ

Kudhaama Onneeko
Daawwitii jireenya
Warqiif meetii caala
Situ naf qabeenya
~~
Boqochiistuu sammuuko
Qananiistuu jiruuko
Baay'een si jallaadha
Sirraa garaa hin hiruu
~~
Iddoo haara galfii
Jannata Onneeko
Kan si gitu hin jiru
Sin jallaadha lubeeko
โฃ๏ธโฃ๏ธโฃ๏ธโฃ๏ธโฃ๏ธโฃ๏ธโฃ๏ธโฃ๏ธ

26/06/2022

NAMNI KAAYYOO QABU BADEE HIN BADU.
==========================
Namni kaayyoo qabu yoomuu badee hin badu. Sababniisa jireenya nama kaayyoo qabu jireenya dhuga jiraata tanaan, matumaa yoo cabeeyyuu karaatti hin hafu. Dhalli nama kun adeemsa jireenya isaa keessatti waa gochuuf gaafa yaaduu humna dhaba. Sababni isaas humnasaatti qabeenyaf beekumsa isaatti of abdata kun garuu yeroof nama gargara; haa ta'uu malee inni abdatamuu tokko immoo isa kanati ni kolfa. Garuu wanti jireenya nama jeequ baay'eetu jira isaan Keessa....

1. Abdii dhabuun kaayyoo ofii dagachuu fida
2. Ofitti Amanamummaa dhabuun kaayyoon nama karatti akka hafu taasisa.
3. Ofii kee irratti murtii jireenya keetiif ta'u fudhachuu dhabuun kaayyoo kee irraa si Rarrasa.
4. Jaalalli Keessa namatii baduun kaayyoo dhalataniif nama wallaalchiisa.
5. Obsa dhabuun kaayyoo keef akka hin jiraanne si taasiisa.

๐Ÿ‘‰Dhalli nama lafa kanarra jiraachuuf wantoota jireenyaf barbaachiisan ga'aa ta'e argachuu yaaluus namaf guutuu dhabuu danda'a haa ta'uuyyuu malee waan tokko qabaatte ati ittin boonuun gaariidha jedhen yaada.

Innis ...........

๐Ÿ‘‰Amantii
๐Ÿ‘‰Jaalalaa fi
๐Ÿ‘‰Obsa

Isaan sadan kun lafa kanarratti gatii guddaa qabu โ˜‘๏ธ

Galatooma....

17/06/2022

๐ŸŒน๐ŸŒนร‡hรบ ร˜rรต Lvรช๐ŸŒน๐ŸŒน

โœ๏ธโœ๏ธFilaannoon Keessan mal? ๐Ÿฅ€

03/06/2022
14/04/2022

Qabsoo bishaanii fi dhagaa
Giddutti godhamu keessatti
Bulee kan moo'atu bishaanumaโœ…
๐Ÿ‘‰https://t.me/ChuLve

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Adama