Oromia police college post graduate diploma first round

Oromia police college post graduate diploma first round

Share

post graduate students at oromia police college

26/01/2021

Why always me?

20/05/2020

kabajamtoota kadhimaamtoota qondaala post graduate marsaa tokkoffa nagaan keenya kan jalaala bakka jirtanu maratti isiin haa qaqqabuu jechaa ergaa tokko isiinif dabarsuun barbaada. kollejjin kenyaa kollejjin polisii oromiyaa poolisii keenya ammayyessun nageemyafi tasgabbii ummataa keenyaa eguuf hojiwwan gurguddo akka fakkenyaatti ka'anu hojjeteraa hojjechas jira. kana irrattii stafii dean kollejjii keenyaa kadhimama doktoraa komaandar getachoo ittinaa bayyisnee isiin galateffanna isiin jallanna hojiin isiin hojjetan jan enyuufu fakkenyaa ta'udhaa bayyee isiinin bonnerra komaandar. kessattu nu kadhimamtoota qondaala yookan post graduate gara dhabbata kanatti fiduuf bu'aa ba'ii heddu baatanittu nutis ifajjee kessaaniin ergaa gara dhabbatichatti makamnee booda akka abbatti akka obolessaatti akka esumatti akka wasilatti nu gorsaafii abdii nutti horaa turtanittu kanaf bayye isiin jallanna bayye isiin kabajnaa ammas nu gorsaa abdii nutti horaa nu waliin jirtuu kanaf nuti baratonnii post graduate kan duranii caalatti cimnee ergamaa dhabbatichaafi imaanaa ummataa keenya nutti kennamee shakkii tokko malee isiinii walin dhabbanne akka galmaan geenyu maqaa kadhimamtoota qondaala yokan post graduatetin waada isiinif seenu barbannaa. komaandar umurii nuf dheeradhaa isin jallanna isiin kabajnaa

25/03/2020

Kabajamtota kadhimamtoota qondaala post graduate sababa dhibee koorona vaayireesitiin barnoonni akka addunya akkasumas akka biyya keenyafi kollejji keenyatti akka addan citee ni beekama bu'uruma kanan kollejji keenya baratoota isaa akkuma dhabbilee barnoota olaano gara maatitti akka debi'anuu jedhee murtesse jira kanuman wal qabatee nutis yeroo gara maatii kenyatti gallee hawaasa keenya otuu hin baratin nu barsiisee kana hubanno wa'ee dhukkubaa hamaa kana akka kenyitanuufi namusaafi ogumma kollejji keenyaa irraa argannenii hojii tola oltummaa irratti akka bobatanu kessattu wa'ee dhukkubaa kana irratti hojii cimaatu nurra eegama.

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Namaldi
Adama
12345