Harargee first

Harargee first

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Harargee first, Adama.

16/04/2025

XUMURRE
Gaafumaa torbee guutu oduun gurra nuduuchan beeyne akkaa akki sun hin taane

πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†

#

16/04/2025

NA AMANI
Har'a Galgala kana Arsenal Madirid ni injifatti.
Mee warrii akkana naa waliin jettu?




09/04/2025

Walii galteen haaraan Mo Salah qofa miti dhihootti...

...Liivarpuulis akkuma eegametti ta'ee, yeroo dhiyootti kontiraata haaraa Varjiil Vaan Daayikiif akka sassaabamu ofitti amanamummaa qaba.

Saalaa fi Vaan Daayik kilabicha keessa turuun guutummaatti eegama.

05/03/2025

🚨 ππ‘π„π€πŠπˆππ†: FIFA will announce the prize money of the Club World Cup to be $1BN!

If a team wins the tournament, they could make around $100M.
Source Fabrizio RomanoFabrizio Romano

Photos from Harargee first's post 05/03/2025

Greet Win😍
Darwin πŸ…°οΈ
Harvey ⚽️
Respect For Alison πŸ”₯
Let's go redsπŸ”΄

26/03/2024

AJAA'IBA
Ani kan na dhibu Abbaa qabeenyaaπŸ’ΆπŸ’·πŸ’Έ ykn nama beekkumsa qabuu πŸ“šfi beekkamaa πŸ’‘yooniif taate
biyya teenya tana keessatti
Nami Maalif akka quudha waliidhabuutu naaf galuu didee😭😭😭😭

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Adama