Barii Bilisumma Biyyaa

Barii Bilisumma Biyyaa follow me your page

13/03/2026

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

Ramadan Mubarak all of Muslims
17/02/2026

Ramadan Mubarak all of Muslims

06/12/2025

is the lifeline of our society, especially for the people of hararge.

Seenaa Addaa!Namticha tokkootu magaaalaa dhaqee maatii isaatiif foon bitee gara manaa deebi'e. Osoo gara Manaa deemaa ji...
29/11/2025

Seenaa Addaa!
Namticha tokkootu magaaalaa dhaqee maatii isaatiif foon bitee gara manaa deebi'e. Osoo gara Manaa deemaa jiru Masjiida tokkorraa Azaaname. Namtichi kuniis Masjiida san seenee salaatee gale. Yeroo galu foon bitee dhufe akka bilcheessaniif maatii isaatti kenne. Garuu, ajaa'ibaatu isa mudate. Foon akka bilchaatuuf ibidda qabsiisanii gubbaa kaayan gubamuu dide. Halkan guutuu foonichi ibiddarra buluus waa takka hin gubanne ture. Boodarra namtichi kun hedduu ajaa'ibee gara Masjiida itti salaatee san deebi'uun ajaa'iba isa mudate kana Imaama Masjiida sanaatti hime. Hoggaa kana imaamni kun "anaatu salaata san keessatti waan Masjiida kana seene mara akka ibiddaan hin gubne Rabbi kadhadhe. Du'aa'ii tiyya Rabbi siif qeebale." Ja'ee baasa kana itti hime. Subhaanallah!

Nama barruu tana dubbise kullii qaama isaa ibidda Jahannam irratti Haraam Rabbi haa godhu!

Du'aa'ii Qaalii tana Aamiin jachuu hin dagatinaa!

21/06/2022

Yaa Rabbii Fattanaa Adunyaa fi Akirraa Jallaa Najjaa Nuu Bafaadhuu

Address

Adama
107787

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barii Bilisumma Biyyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Barii Bilisumma Biyyaa:

Shortcuts

Share

Category