you are tested by the lessons
you learn and you are
tested by the life
you live!
Daandii Haqaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Daandii Haqaa, College & University, Adama.
14/03/2023
01/03/2023
Mana Ijaaree Kabaa irra jira seetee?
Lakki! Mana dur ijaarrate waan loon nyaachisu dhabee citaa gubbarraa loon jalatti darbaa jira!
Kuni Boorana!
Hangaftichi Oromoo Akkana Tahe!
Bakka jirtanii RABBIIN kadhaaf.
Xiqqoo jettee hin tuffatin,Kennee dhabuun sanuu hin gahu waan ta'eef!
Gargaarsaaf:
Account:
1000441973717
Maqaa Nam-Sadiin
( Sa'ad Aliyyii,Ibsaa Hasan,M/Amiin Hasan)
19/02/2023
Ergamaan Allah S.A.W ilmi namaa hunduu walqixa hanga qarriffaa ilkaanis wal hin darban jedhan. Ergaaan rabbii S.A.W ilmi namaa sadarkaa imaanaatin yoo wal caale malee hundumtuu walqixa hiyyessas ta’e duressis allah biratti sadarkaa imaana qofaan wal caalu jedhu.
" Osoo kirkirri hin mudatin dura guyyoota muraasa dura mana kiraa keessaa Abbaan Manaa mallaqa ani hin dandeenye narratti dabaluun mana keessaa na baase,garuu Kirkirri ( Zilzaalli) Turkiyaa rukute manni inni caccabsee burkuteesse tokko kan isaati,innis har'a ana wajjiin wal qixxaa'ee bakka tokko teenyee carqii hidhannee waliin ibidda oowwifataa jirra " jedhe dargaggeessi biyya Turkiyaa yoo mudannoo isaa himu !!!
Asirraa maal baratta ?
Fidaaka abii wa ummii
yaa rasuulallaah
16/11/2022
AS WR WB Jama'atul keyr
06/10/2022
As,,wr,,wb jama'atul keyr
Ayiii jedhe haceen
innuu waa malee
akkas hin jenne!
Ayii itoophiyaa jedhan
Click here to claim your Sponsored Listing.