Faana nagaya

Faana nagaya

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Faana nagaya, Adama.

13/12/2025
14/10/2025

nama aayata qur'aana khana dhugoomse itti fayyadamu nuhaa godhu rabbiin

12/04/2023

Nama kana agartee?
jedhama. Hayyuufi goota jireenya dhuunfaa dhiisee bilisummaa sabasaatiif umrii guutuu qabsootti dabarsedha. Waggaa sadii dura namni fayyaan, kan dhibeefi hir’ina qaamaa tokko hin qabne sababa tokko malee qabamee mana hidhaatti darbatame! Manni murtii si’a meeqa bilisa jedhee geggeessinaan hidhaarraa hiikuu didan!

Har’a waan inni fakkaatu ilaali. Waan inni ittiin deemu ilaali.

Ormatu akkas godhee?
TPLF’tu akkas godhee?
Nafxanyaatu akkas godhee?

Akkasumatti haga har’aa mana hidhaa jira namni kun!

Kan ofii ilmaan Oromoo qulqulluu yakkaa tokko malee akkasitti gidirsutu, “Diinni nu jibbe, Oromummaa keenyaaf nu jibbee, Oromoon tokko ta’aa” jedhee dubbata!

Mee jalqaba ilmaan Oromoo cubbuu malee hidhaatti gidirsaa jirtan hiikaa!

17/05/2022

Biiftun oromiyaa baate

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Adama