Jifaar warra Qallaa qunxuufee

Jifaar warra Qallaa qunxuufee

Share

My channel is to gather any information with human life

24/04/2023

Goota dhukkubbiin ummata isaa , dhukkuba isaatii olitti odoo isa yaachisu Addunyaa irraa gale.seenaan bara baraan si yaadata...

21/04/2023

Iid mubark .taqabbalallahu minnaa wa minkum saalihal A'amaal .waja'alanaa minal Aa'idiin.

08/12/2022
25/07/2022

Namoota oduu sobaa garaa garaa fi du’a namaa leellisanii daldala youtube irratti bobba’an kana yeroo hedduu soba jedhee maxxansuuf yaaden isaan jajjabeessuu natti fakkaatee dhiisaa ture.

Yeroo hedduu fuudhe, daa’ima argate jedhanii photoshop dhaan lallabaa turan. nama sobanis fuulduratti yoo waaqni jedhe fuudhuu fi ilmoo godhachuun koo hin oolu gaarii naaf hawwan jedheen callise.
Amma garuu gurmuu jabeeffatanii maatii koo fakkaatanii bilbilaan gadda ibsachaa jiru.
Ani obboleettii Ittiiqaati ishee jettee bilbilaan waa’ee koo haasoftu ofuma biraa qopheeffatan.

Nama naasisuun tarii bu’aa xiqqoo yeroof ittiin argachuu dandeessu, garuu jireenya ta’uu hin danda’u. Yeroo hunda naasuu maatii fi uummata koo na jaalatuu bilbilaan dhagahuun nuffe.
Diraamaa du’aa dhiisaa kan jireenyaa barreessaa maaloo duuti ofiifuu itti jirti gargaarsa hin barbaaddu!

Photos from Raayyaa Abbaamacca's post 18/07/2022

Alhemdulillaah well done 👍✅

03/07/2022

Maaliif Akka duutes,
akkamitti Akka duutes ,
Eentu Akka si nyaates ,
eentu si nyaachisiises beekuu dhabnus Rabbiin dhiiga kee lafa hin balleessin.Rabbiin siif haa Araaramu.warri dhugaa kana dhoksaa jirtanis Booda keessan kanuma jazaan.

18/06/2022

ONNEE NAMA CABSA
Vidiyoo Ajjeecha jumlaa Konkolataa irra ilmaa nama gadii busani haala suukanneessaan rasasaa itti robsani ajjeessan argee laphee nama tuqa gocha gara jabummaa ilma nama irratii rawwatame kun seenaanis seeraanis ïttii gafatama jala nama hin basuu
Yoo dhuguma seerri jiraate,
warri "" Dulaa Miniliik jedhanii garee
ijaarrachuun, ajjeechaa suukanneessaa rawwatan marti
isaanii to'annaa seeraa jala ooluun
gaafatamuu qabu.
Ragaan Vedio miidiyaa hawaasaa
kanarra deddeebi'aa jiru caale kan
biraan hin barbaachisu!
Mootummaan dhimmaa Kanna xiyyeeffannoo ittii kanu qaba
Kaleessaa finfinneetii poolisooni 4 "Baraata tumaan to'annoo jala olfamani jiru mootummaa dhimma kanna irratii ibsa kanne ture amma wan jabdutu gadir bahe gagga'ama guddaa keessa nu galchuu danda'aa wan ta'ee hatattaman Mootummaan ibsa gaha akka kenuu gafana.
"

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Adama