Abduljebar

Abduljebar

Share

Waa'ee koo anumaaf dhiisi!!!

19/09/2022

Seenaa bareedduu!!
Jaartiin tiyya na cinaa rafaa jirti! Akka tasaa Fb bane! Intalti takka "friend request " natti erguu isii arge!
Hiriyyummaa deebiseefiitin miseejii " sa anaa fi ati kana dura walbeeynaa ? " jettu itti erge
Isheeniis " Akka fuute dhageheetiin jira, garuu ani ammalle siin jaaladha" jettee naa deebiste!

Kanaan dura waliif hiriyyaa turre. Footoorratti hoggaan laalu baayyee bareeddi.

Chaatii cufeetiin jaartii tiyya fuula keeysaa ilaaluu eegale. Guyyaa dalagaan bututaa waan oolteef hirriiba gadi fagoo keeysa jirti.

Isii ilaalaatiin akka isiin of amantee tasgabbiin mana haaraya keessa na wajjin rafaa jirtu xiinxale!
Mana haadhaa abbaa isiitirraa fagaattee jirti. Achitti Yeroo aartetti ykn gadditetti guudeeda haadha isiitirra teeysee boochee aaruu baati. Obboleessi ykn obboleettiin isii baacoo fi qoosaa adda addaa himaniifi kofalchiisu. Abbaan isii waan isiin barbaaddu hunda bitee fidaaf. Ammallee akkasuma. Akkanumaa waliin garuu ana baayyee na amantee as na waliin jirti!

Yaanni kun hunduu sammuu keeysa na dhufeetiin bilbila kiyya olfudhadhee qaallittii " block" obaase
Jaartii tiyyatti achi deebi'eetiin isii cinaan rafe!

" Ani nama guddaadha, daa'ima miti. Jaartii tiyyaaf akkaan amanamaa ta'u rabbiif beellama ykn waadaa seeneetiin jira. Ta'uun qabaas. Nama jaartii isaa hin goowwimsinee fi isii gubbaan ala hin mil'anne ta'uuf niin tattaafadha."
Rabbiin nama jaartii isaatiif amanamaa ta'e hunda haa gammachiisuu!

30/08/2022

Yoom rafne yoom hafne
Qooda biyyaa kessaa
Ka tolleef nuuf hin tolu
Qoqoreet nu geggessa

23/07/2022

oromiyaaa
jedhee lallabe
nama dubbatu
tokkochalle dhabe

gamtoma dhabe
namni adda ba'e
oromumma himachuunu
kuno yakka ta'e

furmaannisa jira
innis tokkomuudha
irre woliif taane
hundi gamtoomudha

..
...
....
....

Photos from Abduljebar's post 31/05/2022

shanis shamntamnis isin jaalannaa kayyon kessanis lafattn hafu

19/05/2022

Oromoo koo shaniifi shantama ko jirra shirri diina nu qaqal'isus🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’š
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
qabsaahuudhaf uf beekun
bilisoomuudhaaf tokkoomun
filmaata jijjiirra qabneedha
nan sobe

09/05/2022

jirra jirtu saba koo hundumti kessan kan dhitameef kan dhiibamees barri barrudha ni jiijjirama dharaaf worri dhara aqanqaalamte golatti ni galti bilisummanis ni dhufti kun ta'uudhaaf murteessadha

Want your school to be the top-listed School/college in Adaba?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Adaba