Abdii Oro

Abdii Oro

Share

qoosaafi barnoota gar garaa

Photos from Abdii Oro's post 02/02/2026

What is the problem ๐Ÿคท

01/02/2026

Ajab dubbi bara kanaa๐Ÿง

20/01/2026

QABEENYAAF JABEENYIS NI DARBA
YOO DALAGGAA TEE TAATE MALEE
YAA RABBI DALAGAA KEYRII NUTTI
LAAFFISI YAA ALLAAH ,โ˜๏ธ

Photos from Abdii Oro's post 25/12/2025

๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ˜ญ
Waan _Qalbii nama _cabsu๐Ÿ˜ญ
"Namni nama kana fuula isa beeytan maatii biraan gaha. Namni kun jiruu fi jireenya isaa jijjiruuf jecha biyyaa bahee daangaa Yemanii fi Sa'uudi Arabiyaa jidduu bakka Soomaltiitti je'amtuutti aduu fi beela obsuu dadhabee boodarra aakhirame. Maqaan isaa hin beekkamne. Waraqaa Eenyummaas hin qabu. Lubbuu isaaf jannata Maatii Fi firoottaniif isaaf jajjabina haa kennu. Namni fuula isaan bakka dhaloota isaa beeytan maxxansa kana Share godhaa maatiin biraan gaha"๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ™ ุงู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุงู†ุง ุงู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†

21/12/2025

SIRBI SUMMII ONNEE NAMAATI ๐ŸŽง๐Ÿ“ต๐Ÿ”‡โญ๏ธโ–ถ๏ธโฏ๏ธ๐ŸŽต๐ŸŽผ๐Ÿ“ข

13/12/2025

Galatoomaa Lammii koo

10/11/2025

Qabrii cabsee bahe Amo kun sila ๐Ÿคฎ๐Ÿคฃ

30/10/2025

Kutaan waa Arrabsee silaa koomentiif like Ajaba woltaazzabne
Oromoo ๐Ÿคฃ #

28/10/2025

๐Ÿ’ฅ๐†๐จ๐ซ๐ฌ๐š ๐†๐š๐›๐š๐š๐›๐š๐š๐Ÿ’ฅ

Kunoo gorsa gabaabaa nama waliin wal qunnamtii gaarii qabaachuuf:

1. Kabaja walii โ€“ Nama kamiyyuu akka namni guddaan kabaji.

2. Dhaggeeffachuu โ€“ Waan inni jedhe dhugumaan dhaggeeffadhu, deebii ariifachiisaa hin kennin.

3. Jaalalaa fi obsaan haasawu โ€“ Jecha nama miidhu hin fayyadamin.

4. Amanamummaa โ€“ Dhugaa dubbadhu; waan ati jette fi hojjette wal hin faallessin.

5. Gargaarsa walii โ€“ Yeroo nama rakkatu waliin taโ€™i.

6. Hin xinxalli โ€“ Namni hundi sirrii miti; sababa isaa hubadhu.

7. Yeroo walii kenni โ€“ Wal arguun fi waliin taโ€™uun walitti dhiyoo isin taasisa.

8. Waan gaarii dubbadhu โ€“ Jecha nama gammachiisu fayyadami.

9. Dhiifama baradhu โ€“ Namni hundi dogoggora ni qaba.

10. Nama taโ€™uu hin dagatin โ€“ Waan ati eeggattu ofirraas hojiirra oolchi.

25/10/2025

๐ˆ๐ง๐ง๐š๐š๐ฅ๐ข๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ก๐ข ๐ฐ๐จ ๐ข๐ง๐ง
๐ข๐ฅ๐ž๐ฒ๐ก๐ข ๐ซ๐š๐š๐ฃ๐ข,๐ฎ๐ฎ๐ง ๐Ÿคฃ

13/10/2025

๐‘๐š๐›๐›๐ข๐ข๐ง ๐€๐๐๐ฎ๐ง๐ฒ๐š๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข
๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐œ๐ก๐ž ๐€๐š๐ค๐ข๐ซ๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž
๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐ก๐š๐š ๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐œ๐ก๐ฎ ๐Ÿ‘Œ๐Ÿž๏ธ๐Ÿ’˜

21/09/2025

Gaafa Guyyaa 21 ni kusuufa jedhamaa jira
Rabbiin nuuf haa laaffisu inshaallaa ๐Ÿคฒโ˜๏ธ๐Ÿ•‹๐Ÿ•Œ

Want your school to be the top-listed School/college in Ada'a?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Ada'a