༄ᶦᶰ᭄One Time Post࿐

༄ᶦᶰ᭄One Time Post࿐ ╭───💥༺♡༻💥───╮
⏰️ One Time Post ⏰️
╰───💥༺♡༻💥───╯

16/05/2026
04/01/2026

Haramaya University Stories with my all time friend
Jemal Oumar

16/02/2025

Namni tokko gaafa off arguu dadhabe
Ofii isaa jalaa akka dhokote bekamaadha.

15/09/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Umnee Aliyyii, Nasir Mahammad, Abdalla Ahmed, Meron Getachew, Maamad Abduu

 Yoon yaadu waan ture fakkaata, yeroon taa’ee yaadadhu garuu akkuma waan kalleessa ykn daqiqaa muraasa dura wal faana tu...
01/05/2024


Yoon yaadu waan ture fakkaata, yeroon taa’ee yaadadhu garuu akkuma waan kalleessa ykn daqiqaa muraasa dura wal faana turree nattii fakkaata. Guyyaa jalqaba Kampasittii daree tokko kessatti wallitti dhufnee wal barree hirriyummaa wan tokkolleen hin dagofne hirriyyumaa dhugaa jechuun

qeequu

yaadan walii galuu yaadan wal dhabuuniis ta'ee haloota bayyeen hanga guyyaa eebba kenyattii waggaa afuriif jirenyaa kiyyaa kessatti boqonnaa tokko kan yomiyyuu debi'ee hin dhufnee waliin dabarsineerra. Guyyaa barumsa kenya xumuree gargar bane irraa eegalee, Guyyooni wallitti daalamanii torbanoota, torbanoonis walittii dhufanii ji'oota lakkosisaniiru. Garuu waliif bilbiluus ta'e qamaan wal arginee waliin hasofnee waliin taphachuu banuus hiriyyummaan kiyyaf kee fageenya nu gidduu jiruun tasa hin dangeefamuu. Sin yaada sin yadadha, yeroo hunda haloonni waliin dabarsinee hundi osoo debi'anii dhufan jedheen hawwaa akkaa ta'uus abdii guddaan qaba. Hirayaafi oboleessa kiyyaa bakkuma jirrutti nagaaya fi gammachuun nuuf haa bayyatuu.

Address

Oromia Region
`Alem Maya

Telephone

+251932453079

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ༄ᶦᶰ᭄One Time Post࿐ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to ༄ᶦᶰ᭄One Time Post࿐:

Shortcuts

Share