Oromummaa koo

Oromummaa koo

Share

#Jesus _is_ the_ way_ ,the_ truth

03/18/2026
02/23/2026

Photos from Oromummaa koo's post 02/21/2026
Photos from Oromummaa koo's post 02/16/2026

🔥

Photos from Oromummaa koo's post 01/31/2026

jalqabee feestaala fayyadamuufi omishuun seeraan nama gaafachiisa
************
Gaazexaa Bariisaa

Finfinnee: Feestaalliifi korojoon pilaastikii haftee boba’aarraa kan omishamaniidha. Omishni feestaalii boba’aa foosilii kan of keessaa qabu yoo ta’u, gaasiiwwan naannawaa faalan qaba.

Omishni pilaastikiiwwan kanaa omishuurraa jalqabee hanga gatuutti kaarbooniin naannawaatti akka gadi lakkifamu waan taasisuuf jijjiirama qilleensaa hammeessa.

Labsii qabiinsa balfa gogaa lakkoofsa 1383/2017 jedhuun mirkanaa’ee Amajjii 23, bara 2018 torbanota muraasa booda kan hojiirra oolu ta’a.

Labsicha keeyyata 25(1) jalatti namni korojoo pilaastikii faayidaa yeroo tokkoof qofa oolu qabatee argameefi ittifayyadame qarshii kuma lamaa hanga kuma shanii akka adabamu ibsa.

Keeyyata xiqqaa lama 25(2) jalatti immoo dhaabbilee seera kana cabsanirratti adabbiinsaa dachaa sadii akka ta’u tumameera.

Dhimma kanaan walqabatee addatti Gaazexaa Bariisaa waliin turtii kan taasisan Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannnawaa Oromiyaatti Daarektara Daarektoreetii To’annoofi Hordoffii Hojiirra Oolmaa Seerota Eegumsa Naannawaa Obbo Gizaachoo Birmataa akka jedhanitti, sadarkaa naannichaatti hojiiwwan hubannoo hawaasaa kennuu Waxabajjiirraa jalqabee gaggeeffamaa tureera.

Qaamolee labsicha hojiirra oolchaaniifi namoota miliyoona 22 oliif hojiin hubannoo uumuu raawwatameera.

Waltajjii idileetiin qaamolee seera raawwachiisan dabalatee akka Oromiyaatti namoota miliyoona saddeetiif haala ittifayyadama balfa pilaastikiin walaqabatee hubannoon tooftaalee addaddaatiin kennamu himaniiru.

Ittifayyadama feestaaliin walqabatee Amajjii 23, bara 2018 irraa eegalee kan dhorkamu ta’uufi namoonni qabatanii argamuun, omishuun, daddabarsuun akkasumas dhaabbileen omishanii argaman bu’uura seera labsii lakkoofsa 1383/2017n akka gaafataman eeraniiru.

Karaa miidiyaafi waltajjiilee addaaddaatiin hubannoon kennamaa jiru gaarii ta’uu himanii, osoo adabbiin hinjalqabamiin hawaasni dursee qophaa’uu a

11/01/2024

🔥

10/09/2024

✔️ Bara barnootaa 2017tti Sagantaa Remedial irratti hirmaachuuf Qabxin Darbinsaa murtaa’eera.

✅ Haala kanaan barattoonni bara 2016 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii baay’ina gosoota barnootaa qoratamaniin qabxii %31 fi isaa ol galmeessan filannoo hundaan (dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa) sagantaalee sirreeffamaa remedial irrattii hirmaachuu akka danda’an Ibsamerraa.

😀 Barattootaa dhaabbilee mootummaa keessatti sagantaa Remedial irratti hirmaatan baasii isaanii mootummaan Kafalamufii akka armaan gaddittii Ibsamera.

📌 Barattootni Dhiraa Saayinsii hawwasaa(Social Science) Fi Barattootni Dhiraa Saayinsii Uumamaa(Natural Science)

✔️ Qabxii Waligalaa 600 Kessaa 204.

📌 Barattootni Shamaranii Saayinsii Uumamaa(Natural Science) Fi Barattootni Shamaranii Saayinsii hawwasaa(Social Science).

✔️ Qabxii Waligalaa 600 Kessaa 192.

📍 Nannolee Guddataa Jirannii Fi Horsissee Bultottaa Jiranii Barattotaa Dhirafii Saayinsii Uumamaa(Natural Science) Fi Saayinsii hawwasaa(Social Science).

✔️Qabxii Waligalaa 600 Kessaa 192.

📍 Nannolee Guddataa Jirannii Fi Horsissee Bultottaa Jiranii Barattotaa Shamaraniif Saayinsii Uumamaa(Natural Science) Fi Saayinsii hawwasaa(Social Science).

✔️ Qabxii Waligalaa 600 Kessaa 186.

✔️ Barattootni Qaroo Dhabeyii Dhiraa Saayinsii Hawwassaa(Social Science)

✔️ Qabxii Waligalaa 500 Kessaa 160.

✔️ Barattootni Qaroo Dhabeyii Shamaranii Saayinsii Hawwassaa(Social Science)

✔️Qabxii Waligalaa 500 Kessaa 155.

✅ Preparatory Program Dhirafii.

✔️Qabxii Waligalaa 700 Kessaa 238.

✅ Preparatory Program Shamaranii.

✔️Qabxii Waligalaa 700 Kessaa 224.

Want your school to be the top-listed School/college in Toronto?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Toronto, ON