Abdi wallagga wallagga

Abdi wallagga wallagga Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdi wallagga wallagga, School, London, ON.

Galata keenyatu injiraaniifi cinii keessan fooxaatti hidhattanii harreetti fe'attanii dhuftanii biyya faaltan malee bu'a...
12/11/2022

Galata keenyatu injiraaniifi cinii keessan fooxaatti hidhattanii harreetti fe'attanii dhuftanii biyya faaltan malee bu'aa keessan hin agarre geergoofi cinii nutti fiddani amma booda guurrattanii galtu malee waliin jiraachuun hin jiru 🤫🏌🏽‍♂️🤑🚑👈

Sodaa tokko malee kaanee haa falmannu onnee tokkoon akkas malee waan barbaannu argachuun hin jiru kana beeki yaa oromoo🤔
12/10/2022

Sodaa tokko malee kaanee haa falmannu onnee tokkoon akkas malee waan barbaannu argachuun hin jiru kana beeki yaa oromoo🤔

12/10/2022

Waan biraa maaltu hafe kana booda 🤔harma muraa haadholee soba nuun jedhaa turtani ammahoo maal jettu kan morma muraa? 🤔

12/06/2022

Biyyikoo oromiyaan amma dirree lolaa taate kun silaa utuu omishaaf irratti bobbatee adunyaatu nyaatee quufa pp ilmaan diqaalaa😠

11/27/2022

Salpinni salpina caalu harka namaa kajeeluudha 😢yaarabbi najaa nubaasi yaa allah 🤲👈Aaaaamiiiiin

Utuu wanti kun hin jalqabin uummanni keenya karaa lixaa begii, qondaala, toongoo, koboriifi naannowwaan waraanni wbo soc...
11/27/2022

Utuu wanti kun hin jalqabin uummanni keenya karaa lixaa begii, qondaala, toongoo, koboriifi naannowwaan waraanni wbo socho'an hunda keessaatti qoppii guddaa qoppaahuu nugaafata 🙏Haasaa walii haa dha geenyu

Of eeggannoo jabeessaa
11/26/2022

Of eeggannoo jabeessaa

OROMIYAANKaraa lixaa diymand akkasii mullisaa lamuu hin rakkattu inshaa allahu rabbunaa👌👌👌👍🤫
11/26/2022

OROMIYAAN
Karaa lixaa diymand akkasii mullisaa lamuu hin rakkattu inshaa allahu rabbunaa👌👌👌👍🤫

11/23/2022

Lolichi ammas itti fufuu uummanni kutaalee oromiyaa garaagaraa dubbataa jiru DRONE, Of eeggannoo🙏

11/20/2022

Address

London, ON

Opening Hours

9am - 5pm

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi wallagga wallagga posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category