Aliyi Siraj

Aliyi Siraj

Share

Dr

05/25/2026

-BADHAAFAMAA ๐Ÿ’ฏ
malee hin tilmaamiinaa
โœ… Tapha Champions League
โœ… Dirree ๐ŸŸ๏ธ
๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Arsenal ๐Ÿ†š PSG
โฐ GMT - Sambata galaga 1:00
๐Ÿ† Champions League
โœ… Namoota ulaagaa guutan kanneen tilmaama sirrii argattan #3 qofa
QABAN !
1. Page kana link ๐Ÿ–‡๏ธ
2. Maxxansa kana page keef groupkeef godhi.
3. Edit gochuun dhorkaa dha
Carraan badhaasa
โœ”๏ธ. Qarshii 300
โœ”๏ธ. Qarshii 250
โœ”๏ธ. Qarshii 150 dha

05/21/2026

Jireenya kee keessatti fagoo yoo deemuu barbaadde,
Namoota amantuu fii jaalattu irraahillee mufii akka fudhattu Onnee tee leenjisi.
Gamna cimaa fii abbaa mulโ€™ata guddaa tahi.
:
Karaan jiruu teetii
Karoora kankeetii hubadhu.

05/21/2026
05/16/2026

Hordoftoonni Maatiin Keenya gara Page kanaatti dhuftan hunduu Baga Nagahaan dhuftan.

Page kana irratti Guyyaa irraa barnootilee teeknolojii isiniif maxxansina, odeeffannoolee teeknolojiis isiniif qoonna, Hiriyoota keessan itti affeeruudhaan waliin irraa fayyadamaa.

Galatoomaa.

Want your school to be the top-listed School/college in Edmonton?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Website

Address

Edmonton, AB